22/12/2024
FAAYIDAA QULLUBBII ADII ZAYITA EEJERSAA waliin
Qullubbii adii fi zayita ejersaa qofaan dhukkuboota qaama keessatti argaman hedduu irraa ni baraarta ☘️Baayyee salphaa, uumamaa garuu baayyee bu'a qabeessa ✊
✍️ Dhiiga qulqulleessa
✍️ Tiruu irraa vaayirasii qulqulleessa
✍️ Kalee keessan balfa summii qabu irraa sirnaan qulqulleessa
✍️ Dhukkuba kintarooti/hemorrhoid keessaa fi alaa ni fayyisa
✍️ Cooma, kaalorii ofirraa baasuuf si gargaara,
✍️Farra fangasii dhimma gogaa ittisuuf gargaaru
✍️Vitamin fi albuudota fincaan to'achuuf
✍️Farra inflammatory gogaa fi qaama irratti mul'atu hir'isuuf gargaara
✍️Albuudaa fi vitaaminii fayyaa gogaa mataa guddisuuf gargaaran
✍️Kompaawundoota dhukkubbii ilkaan, infekshinii baakteeriyaa hir’isuu fi manca’iinsa ilkaan to’achuuf gargaaran
✍️Kompaawundootni keemikaalaa orgaanikii dhiibbaa dhiigaa gadi buusuun maashaalee onnee boqochiisu
✍️Amaloota uumamaa qorra barame ittisuuf gargaaran
✍️Dhukkubbii lafee ni fayyisaa
✍️ Kaansarii ni ittisa, ni lola
✍️ Dhukkuba infuleenzaaf,
✍️ Ho'a qaamaaf,
✍️Dhiibbaa dhiigaaf,
✍️Raammoo gaara balleessuuf
Qophessuuf
- Zayitii ejersaa liitira 1/2
- Qullubbii Adii 10 kan ta'u
👉Qullubbii adii osoo hin gogin qaruuraa keessa kaa'uun zayita ejersaa itti naquudhaan. Akka gaariitti raasaa ergasii torban 2f haa fayyadamu 😇
👉Akkasumas ganama fal'aana 2 fudhachuu