Education for All

Education  for All Hate and nudity things are unnecessary.

Namuma bilchina qabutu bilcheessaam.   Akkam jettu isin??
29/06/2025

Namuma bilchina qabutu bilcheessaam.
Akkam jettu isin??

πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ🦾πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ🦾🦾🦾🦾🦾🦾πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ          ‼️Iraan karaa ministeera hajaa alaa isiitin ibsa hardha baasten perezidaantii Ameerikaa ake...
29/06/2025

πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ🦾πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ🦾🦾🦾🦾🦾🦾πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
‼️

Iraan karaa ministeera hajaa alaa isiitin ibsa hardha baasten perezidaantii Ameerikaa akeekkachiifte.

Perezidaantiin Ameerikaa Donald Trump karaa miidiyaa hawaasummaa isaatin ergaan dabarfataa jiru waan kabaja ummata Iraanii fi hoogganaa amantaa biyya Iraan Ayaatolaa Alii kamaani gadi buusu jechuun ministeerri hajaa alaa biyyattii dubbii kana akka dhaabu akeekkachiise.

Ummanni Iraan ummata hojii jaalatu kan mootummaa jabaa qabuu fi aadaa ofiitin boonu jedhan Abbaas Arigahchi ibsa isaanii keessatti hennaa tuqan.

Itti dabaluun ministeerrichi yoo perezidaanti Trump dubbii isaan hin fakkaanne kan kabaja biyyaa fi hoogganaa biyyaa gadi buusu dhaabu baate Iraan marii Ameerikaa waliin gootu adda kuttii jechuun ibsaan akeekkachiise.

28/06/2025

FIRII GAARII ISINIIF HATA'U NAA JEDHAANII !!!

28/06/2025
☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝
28/06/2025

☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝

Obbo    carraa gaarii.    GANDA S/Adaamiif
28/06/2025

Obbo carraa gaarii.
GANDA S/Adaamiif

06/02/2025

Watch and think deeply!!!!

  omar .     May Allah  be with  you  !!!!
06/02/2025

omar .
May Allah be with you !!!!

Address

As
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Education for All posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share