Anas Ibrahim page

Anas Ibrahim page Ilman Jaarra Abba Gadaa❤

24/03/2024

halkan edanaa kana warraa ibidda irraa ataqamu Rabbi nu haa taasisu.

Wallookoo hambaa lafaaEnyuutu sirraa hafa 😢😢😢Anis_WalloodhaWalakkaatti galfatteeDiinni osoo si qorqituuUtuu qe'ee keerra...
22/03/2024

Wallookoo hambaa lafaa
Enyuutu sirraa hafa 😢😢😢

Anis_Walloodha

Walakkaatti galfattee
Diinni osoo si qorqituu
Utuu qe'ee keerratti
Boqonnaa si dhorkituu
Hin callisu, anis walloo..
Walloo sanyii Worqituu

Gootittii maqdalaatti
Teediroosiin haleelte
Kan ilmaan Worqee tuqxe
Tarii du'a kajeelte

Ofumaan lafaa kaanee
Naman tuqnu maleessa
Gootummaa Walloo beektu
Har'as taatu kaleessa

Gootaaf daangaa tikfatee
Haga har'aa jira yaabboo
Cabsuu malee, hin cabne
Ilmaan Waadaay Baabboo

Dhalli Mahaammad Alii
Ilmaan Abbaa Jabaloo
Har'as likkiitti galchu~diina baruma baraan
Tuttuqxu akka dabaloo

Miidhamni Oromoo Walloo
Kan Wallaggaafi Jimmaa
Kallattii afraniinuu
Oromoo maraaf dhimma

Oromiyaan biyyadha
Malee hin se'inaa naannoo
Daaraa botoroo goona
Liyyuus haa taatu 'faannoo'

Duruu Walloo dadhabde
Kutaa biraa cabsitee
Kanaaf duguuggaa sanyii
Har'as sitti labsitee

Oromoon kaabaaf kibbaa
Oromoon lixaaf bahaa
Gurmuu tokkichaan ka'aa
Walloof sagalee tahaa🏃‍♀️🏃‍♂️

16/03/2024

Assalamu'aleykum warahmatullah wabarakhahtu.

16/03/2024

Ramadaana halkan jahaffa jalqabnerra

Ramadaan Kariim!🥰 warra baranaa kan bara hegeree nu haa godhu❤️🙏
10/03/2024

Ramadaan Kariim!🥰 warra baranaa kan bara hegeree nu haa godhu❤️🙏

02/03/2024

Nuti dhaloota Sooreessa Jaarraa Abbaa Gadaati!🤘

  (1,000,000)Abbaa qabeenyaa Oromoo Obbo Yaadataa Juneydii Eebba Kitaaba "HIIGAA" irratti argamuun kitaaba tokkicha qars...
25/02/2024

(1,000,000)
Abbaa qabeenyaa Oromoo Obbo Yaadataa Juneydii Eebba Kitaaba "HIIGAA" irratti argamuun kitaaba tokkicha qarshii Mil. 1'n bitanii Aantummaa aartiif qaban agarsiisuun obboleessa keenya barreessaa jabaa Nasru Kush jajjabeessaniiru. baga gammadde koodee; ammallee milkiinkee itti haa fufu namakoo!

Aartiin Oromoo aantii akkanaa barbaaddi. Aboo Rabbi baankiisaa keessaa ammallee sinitti haa yaasu Adeeroo!🥰

Address

Jimmaa
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anas Ibrahim page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share