Mu'az Husein- Baadiyyicha

Mu'az Husein- Baadiyyicha Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mu'az Husein- Baadiyyicha, Digital creator, Jimma.

22/08/2025





tokko Gaafa inni Duee reeffa tae osoo hin taane, Gaafa inni Dhaabbiitti Duedha Kan boo'amuufii qabu 😭

💎Yeroon yeroo Barnootaa fi Dinagdeedhan Dorgomanudha Adda yoo bahe ni laamsha'a,
✒️Obboleesso Gaafa reeffa taate miti hadhuman siif Boo'a 😭 Barnoonni Dinagdee irraa booda si aansa seetee hin dhamahin,Hin yaaddawin
🖍️Hundayyuu wal faana adeemsisuun dirqama,
wal faana deemsisun yoo ulfaata tae barnoota dursi, Itti dhaqqabama shakkii tokko male.



22/08/2025

✏️Aadaa/Barsiifata Rukutamaa #3

💎Waaree booda
Barbaaduun
Gaafachuun
birmachuun hinjiru
gadi deemuun
ergamuun....kun hundi tabba/Gaara diiguu nutti fakkaata
√Bu'aa Baala mokkoroo Sanaa 😭

21/08/2025

Hiyyummaa guddoon hiyyummaa qalbiiti
Qalbiin kee yoo dureessa taate, gaaf tokko bakka yaadde numa geessi💪

21/08/2025

رَبِّ أَنزِلْنِي مُنْزَلًا مُبَارَكًا وَأَنتَ خَيْرُ الْمُنزِلِينَ 🤲

21/08/2025

Yoo bareedinni Durummaa/Sooressummaa si kakaasuu baate, Hammeenyi Hiyyummaa/Miskiinummaa si kakaasuu qaba jedhama❤️

21/08/2025

💎Karaaleen milkaainaa Akkuma Bifa
Namootaa Garaagara 💎

💨Gariin Dinagdeedhan yoo milkaaeef,
Gariif Barnootaan milkaa'a!!
💨Gariif social mediadhan yoo milkaaeef,
Gariif Daandii Amantaatiin milkaa'aaf!!

✏️Namni kamuu waan irratti jabaa tahe qaba, Gariin hojii irratti, Gariin Barnoota irratti,Ammoo Gariin social media irratti, Gariin immoo amantaa irratti, Gariinis Oduu irratti... Gariin....
💎kanaafu Waan siif laafuu fi irratti jabaa taate irratti xiyyeeffadhu, Ekeleefi ekeleen Daandi tahe wayiitiin yoo jabaa tahan, Kan ekelee sun kanuma isaati,Atis kallattii ittiin jabaa taate qabdaa isa irratti xiyyeeffadhu💕

21/08/2025

✒️ Ilaalcha Rukutamaa #2
💎Utuu Caatii/jimaan kun hinjirree sa'atii booda Maal hojjanna waan hojjannu hinqabnu 😭
🔶 Yaada Gabroome
∆Miidhaa isaa beekanii hojjachuufi Miidhaa hinqabu jedhanii hojjachuun wal adda💕

20/08/2025

√ Lama qofa filadhu utuu jedhamee kam filatta?



(xiinsammuu)

20/08/2025

"M***i Gomma Foundation"

kunis inuma dhufa Insha Allah

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mu'az Husein- Baadiyyicha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share