29/12/2025
๐ ๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐
๐ ๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ถ ๐๐ถ๐๐๐ฎ๐ฎ๐น๐ฒ๐๐๐ฎ๐ฎ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐บ๐ฎ๐ฎ๐น๐๐ ๐ฒ๐ฒ๐ด๐ฎ๐บ๐ฎ?
๐ญ. ๐ก๐ฎ๐ด๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐๐๐
โ Sababoota Walitti bu'iinsa fidan seecca'a
โ Ilaalchota wal-faallaa walitti dhiyeessa
โ Lola Meeshaa gara Falmii yaadaatti jijjiira
๐ฎ. ๐ช๐ฎ๐น๐ถ๐ถ๐ด๐ฎ๐น๐๐ฒ๐ฒ ๐๐ถ๐๐๐ฎ๐น๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ฎ ๐จ๐๐บ๐๐
โ ๐ฆ๐ฒ๐ฒ๐ป๐ฎ๐ฎ ๐๐ถ๐๐๐ฎ๐ฎ: Seenaawwan wal falmisiisoo ta'an irratti hubannoo waloo uumuu
โ ๐ ๐ฎ๐น๐น๐ฎ๐๐๐ผ๐ผ ๐๐ถ๐๐๐ฎ๐ฎ:Alaabaa, faaruu fi ayyaanota biyyaalessaa irratti waliigaluu
โ ๐๐ฒ๐ฒ๐ฟ๐ฎ ๐ ๐ผ๐ผ๐๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ: Sirna ittiin bulmaataa namni hundi irratti waliigalu uumuu
๐ฏ. ๐ฆ๐ถ๐ฟ๐ป๐ฎ ๐๐ถ๐บ๐ผ๐ผ๐ธ๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐๐ถ๐ถ ๐๐ถ๐บ๐๐๐
โ Amanamummaa dhaabbilee dimookiraasii cimsa
โ Amantaa uummanni sirna siyaasaarraa qabu dabala
๐ฐ. ๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ด๐ฑ๐ฒ๐ฒ ๐ง๐ฎ๐๐ด๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐
Mariin biyyaleessaa tasgabbii siyaasaa yoo fide:
โ Abbootii qabeenyaa biyya keessaa fi alaa kakaasa
โ Carraa hojii uuma
โ Misoomni akka hin gufanne taasisa
๐ฑ. ๐๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ณ๐ถ ๐๐ต๐๐ด๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐
โ Carraa dhiifamaa fi araaraa uuma
โ Haqni Miidhamtootaa akka ba'uuf karaa saaqa
๐ฒ. ๐ฆ๐ถ๐ฟ๐ป๐ฎ ๐๐ฒ๐ฑ๐ฒ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐น๐ถ๐๐ถ๐บ๐ถ๐ถ ๐ณ๐ถ ๐ค๐ผ๐ผ๐ฑ๐ถ๐ป๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ป๐ด๐ผ๐ผ
โ Qoodinsa aangoo sirrii mirkaneessa
โ Walitti Dhufeenya Naannolee ni jajjabeessa
โ Ofiin of Bulchuu Naannolee ni tolcha
๐ ๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐ฎ: ๐๐ผ๐บ๐ถ๐ถ๐๐ต๐ถ๐ป๐ถ๐ถ ๐ ๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ถ ๐๐ถ๐๐๐ฎ๐ฎ๐น๐ฒ๐๐๐ฎ๐ฎ