Barii

Barii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Barii, Digital creator, .

21/03/2025

Fayyaa kalee keenyaa akkamiin eegganna?
Mallattooleen dhibee Kalee:
• Fincaan dhiiga qabaachuu, hangi isaa xiqqaachuu/baay’achuu
• Dhiita’uu qaamaa naannoo miillaa, ijaa, fi harkaa
• Dadhaabbii fi dhukkubbii dugdaa
• Ol ol jechuu/ol deebisuu
• Fedhiin nyaataa xiqqaachuu
• Rakkoo afuura baafannaa
• Dhiibbaan dhiigaa ol ka’uu
• Dhamdhamni afaanii jijjiiramuu

Maloota ittisa dhibee kalee:
• Waantota dhibee kanaaf nama saaxilan to’achuu( dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba sukkaaraa fi onnee)
• Amala jireenyaa fayyaalessa hordofuu:
• Nyaata fayyaalessaa soorachuu,
• Sochii qaamaa ittifufinsaan taasisuu,
• Ulfaatina qaamaa eeggachuu,
• Tamboo xuuxuu dhiisuu,
• Alkoolii fayyadamuu dhiisuu/xiqqeessuu
• Bishaan gahaa guyyaadhaan dhuguu( hanga litira 2)
• Qorichoota dhukkubbii hir’isan ofiin fudhachuu dhiisuu
• Qorannoo fi Hordoffii fayyaa taasisuu

Maddi Biiroo Fayyaa Oromiyaa

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share