02/10/2026
Oduu Muudamaa!
Kabajamoo Obbo Tofik Shemsu pirezdaantii Mana Murtii Olaanaa Godina Jimmaa Kan turan, Pirezedantii Mana Murtii Olaanaa Godina Lixa Oromiyaa ta'uun muudamaniiru.
Bara hojii gaarii hawwinaaf!