Fuad media

Fuad media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fuad media, Media/News Company, Jimma.

በአማራ ክልል ሰላምን የሚደግፉ ህዝባዊ ሰልፎች እየተካሄዱ ነውአዲስ አበባ፣ ሰኔ 22፣ 2017 (ኤፍ ኤም ሲ) ደሴ እና ደብረ ብርሃንን ጨምሮ በአማራ ክልል የተለያዩ ከተሞች መንግስት እየወሰ...
29/06/2025

በአማራ ክልል ሰላምን የሚደግፉ ህዝባዊ ሰልፎች እየተካሄዱ ነው

አዲስ አበባ፣ ሰኔ 22፣ 2017 (ኤፍ ኤም ሲ) ደሴ እና ደብረ ብርሃንን ጨምሮ በአማራ ክልል የተለያዩ ከተሞች መንግስት እየወሰደ ያለውን የህግ ማስከበር ርምጃ የሚደግፉ ህዝባዊ ሰልፎች እየተካሄዱ ነው፡፡

በድጋፍ ሰልፉ ላይ ሰላምን እንፈልጋለን፣ መንግስት በተደጋጋሚ የሚያቀርበውን የሰላም ጥሪ እንዲሁም የህግ ማስከበር ርምጃ እንደግፋለን የሚሉ መልዕክቶች ተስተጋብተዋል፡፡

ህዝባዊ የድጋፍ ሰልፉ ከተደረገባቸው አካባቢዎች መካከል የደቡብ ወሎ ዞን መቀመጫ የሆነችውን ደሴ ከተማን ጨምሮ ኮምቦልቻ እና ሀርቡ ይጠቀሳሉ፡፡

በተመሳሳይ በክልሉ የሰሜን ሸዋ ዞን አስተዳደር መቀመጫ በሆነችው ደብረ ብርሃን ከተማ ህዝባዊ ሰልፍ የተደረገ ሲሆን የከተማዋ ነዋሪዎች የሰላም መልዕክቶችን አስተላልፈዋል፡፡

በከድር መሐመድ፣ ሰብለ አክሊሉ፣ ስንታየሁ አራጌ እና አላዩ ገረመው

ፈጣን እና ወቅታዊ መረጃዎችን ለማግኘት፡-

YouTube www.youtube.com/
Facebook FBC (Fana Broadcasting Corporate S.C.)
Telegram t.me/fanatelevision
Website www.fanamc.com
TikTok www.tiktok.com/
WhatsApp www.whatsapp.com/channel/0029VbB0dRxG8l59MUkoWR29
Amharic Entertainment YouTube www.youtube.com/
Facebook WMCC
TikTok www.tiktok.com/
Amharic Documentary YouTube www.youtube.com/ በመወዳጀት ይከታተሉን፡፡
ዘወትር፦ ከእኛ ጋር ስለሆኑ እናመሰግናለን!

Rabbii nu haa baraaru gocha kanarraa. 😔😡maaluma arguuf deemnaa😪😭 Namni Suuraa irratti argitan Kun   jedhama, mucaa suurr...
17/08/2024

Rabbii nu haa baraaru gocha kanarraa.

😔😡
maaluma arguuf deemnaa😪😭 Namni Suuraa irratti argitan Kun jedhama, mucaa suurri ishee asirratti mul'atu kana
Umuriin ishee Waggaa 8 dha, Haadhi mucaa kanaa amanamummaan bira keewwattee bakka hojii deemnaan humnaan ukkaamsee daa'ima kana gud**de😪.
Sanumarraa ka'uun mucaan harkatti laafnaan morma hu*dh*ee ajjeesee ka'ee, Lakki Utuu gara bakkee bahaa jirtuu fiigdee kuftee duute jedhee dhugaa mucaa kanaa haalus, jecha dura barreeffame kanaan amanee jira,dhugaa dubbachuuf namoota akkas akkasii hidh*aa😪miti ture kan maluuf,
Of eeggannoo ga’a ta’e dhala keessaniif godhaa adaraa🤲

Waan qabnuun wol gargaaruun aadaa keenya Jiraattonni Magaalaa Jimmaa hojii tajaajila lammummaa gannaa irratti dammaqinaa...
20/07/2024

Waan qabnuun wol gargaaruun aadaa keenya Jiraattonni Magaalaa Jimmaa hojii tajaajila lammummaa gannaa irratti dammaqinaan hirmaataa jiru.

Jimmaa, Adoolessa 13/2016 (WKMJ)
Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti jiraattonni Ganda Bachoo Booree, Ginjoo, Mandaraa Qociifi Ginjoo Guduruu dhiiga arjoomaa jiru.

Sagantaa arjooma dhiigaa kana irratti hoggantoonni gandaa, dargaggoonni, dubartoonniifi qaamooleen hawaasaa garagaraa dhiiga isaanii lammiilee isaaniif gumaachaa jiru.

Hojiin tajaajila lammummaa aadaa wal gargaarsaa Oromoon kaleessa qabuufi duudhaa ganamaa waan ta'eef cimee ittifufuu qab...
18/07/2024

Hojiin tajaajila lammummaa aadaa wal gargaarsaa Oromoon kaleessa qabuufi duudhaa ganamaa waan ta'eef cimee ittifufuu qaba

Godina Jimmaa,Aanaa Dedootti, hojii tajaajila lammummaan mana harka qalleeyyii Dhaadannoo "Anis harmeef mana ijaareen eebba fudhadha" jedhuun bifa ho'aa ta'een cimee ittifufee jira.

Guyyaa har'aa bakka bulchaan Aanaa Dedoo Obbo Fadiluu Zaakir, Ittigaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Obbo Amiin Tamaamiifi waajjira Paartii Badhaadhinaatti ittigaafatamaan Damee Siyaasaa Obbo Naasir Raayyaa akkasumas jaarmiyaaleen dargaggoo argamanitti ganda Shaggaritti ijaarsisaa jalqabamee jira.

Haaluma kanaan sagantaa hojii kenniinsa tajaajila lammummaan bara kana bifa adda ta'een gandoota aanichaa hunda keessatti cimee ittifufuun hojjetamaa kan jiru ta'uusaa Ittigaafatamaan waajjira maallaqaa aanichaa Obbo Jaafar Ahimad ibsaniiru.

Sagaleen guddaan galgala kana yeroo salaata ishaa dhagahamaa ture bakka gara garaatti akka ta'eefi dadaa manaas raasaa s...
13/07/2024

Sagaleen guddaan galgala kana yeroo salaata ishaa dhagahamaa ture bakka gara garaatti akka ta'eefi dadaa manaas raasaa sagalee nama guddaa nama rifaasisu ture. Dhimmichaan wal qabatee hanga ammaa wanti jedhame hin jiru garuu balaa uummamaa fakkaata. Ammaaf akkan odeeffannoo argadhetti.
Magaalaa Jimmaa
Dedoo
Toobbaa
Saqqaa
Manchoo
Biliidaa
naaddaa
Biluu
Magaalaa naqamtee
Dambi doolloofi naannoo Beddelleettii bakka garagaraatti akka dhagahamen odeeffadhe. Naannoo aanaa maannaa ganda hundaa qananii jedhamtutti sagalee guddaa dhageessisaa lafa uree seeneera kan jedhan suuraan isaa kan armaan gadiiti. Kanas ta'e sana Rabbi biyya keenya nagaa haa godhu. Warri odeeffannoo qabdan nuuf qoodaa.

Simannaa Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Qoramaniif Yuunivarsitii JimmaaWaxabajjii 30, 2016***************...
08/07/2024

Simannaa Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Qoramaniif
Yuunivarsitii Jimmaa
Waxabajjii 30, 2016
*******************************
Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota qoruumsa Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 qoramuuf ramadamanii dhufan haala ho'aadhaan simachaa jira.

Yuunivarsiitichatti barattoonni qoruumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoramuuf ramadaman marsaan duraa damee saayinsii hawaasaatiin godinoota Jimmaa fi Bunnoo Beddelle irraa guyyaa har’aa dhufan simatamaniru.

Simannaa kanarratti Pirezdaantiin Yuunivarsiitii Jimmaa,Dr. Jamaal Abbaafixaa dabalatee Itti Aantonni Pirezdaantotaa, Diiniiwwan koolleejjiwwanii fi qindeessitootni garagaraa argamaniiru.

Walumaa galatti barattoonni qormaata marsaa duraa Saayinsii Hawaasaa fudhachuuf ramadaman 10749 keessaa, guyyaa har'aa gara Yuunvarsii Jimmaa, kan seenan 4143 dha.
Barattooni warri hafan guyyaa boruu ni seenu jedhame eegama.

Hawaasa Keessa Jirra!!

Adoolessa 1/2016 [ WKMAD ]Barattootni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf Aanaa Dedoo irraa gara Yuunivarsitii...
08/07/2024

Adoolessa 1/2016 [ WKMAD ]

Barattootni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf Aanaa Dedoo irraa gara Yuunivarsitii Jimmaa deemaa turan nagaan mooraa yuunivarsitii seenaniiru.

Barattoota keenyaaf Carraa Gaarii Hawwinaaf!

Qaama midhamaa jechuun kan sammuun midhameedha.Barataa Ballexe Buxunaa  yun.Hawaasarraa  eebbifame jira Sammuun nagaa ta...
07/07/2024

Qaama midhamaa jechuun kan sammuun midhameedha.
Barataa Ballexe Buxunaa yun.Hawaasarraa eebbifame jira Sammuun nagaa taanaan qaama midhamummaan wallaalaa nama hin godhu jedhee ,gochaan agarsiise. walumaagalatti warri eebbifamtonni baranaa baga Rabbiin ittiin isan ga'e Congratulation mucaa kanaan baga ittiin sigahe jedhaani

Suuraan kun kitaaba gorsaati!Etika Teferi kaleessa abbaa isaaf kophee qulqulleessee eebba fudhate. Eebbichimmoo, lafa dh...
07/07/2024

Suuraan kun kitaaba gorsaati!

Etika Teferi kaleessa abbaa isaaf kophee qulqulleessee eebba fudhate. Eebbichimmoo, lafa dhukkee/awwaara fakkaatu sanaa isa kaasee bakka ulfinaa isa dhaabe. Eebba abbaa fi haadhaa hin dhabinaa! Share🤩🙏

Seenaa Dedoo fi GootaHasan Garimmaa (A/Goojjam A/Duulaa)~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~Hasan Garimmaa (Abbaa Goojjam Abbaa Duul...
07/07/2024

Seenaa Dedoo fi Goota
Hasan Garimmaa (A/Goojjam A/Duulaa)
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Hasan Garimmaa (Abbaa Goojjam Abbaa Duulaa) godina Jimmaa aanaa Dedoo ganda Garimmaa guddaa jedhamutti dhalate. Barnoota amantii Islaamaa barataa ture. Goonni kun kan inni ittiin yaadatamu lola ‘‘Duula Gibee’’ jedhamuun beekamuuni. Lolli kun jidduu Oromoota Jimmaa fi waraana Hayilasillaaseetti tilmaamaan bara 1950moota keessa gaggeeffame. Sababni lola kanaa Oromoonni Nafxanyootaaf gibira hin kenninu jechuu fi Sulxaan Abbaa Joobir Hayilasillaaseen qabee hidhuu ture.

Kunimmoo ummata Oromootti xiiqii uumuun gara lolaatti akka jijjiiramu ta’eera.
Gootonni lola Duula Gibee irratti hirmaachuu Nafxanyaa obsa fixachiisaa turan kanneen akka; Abbaa Waarrii Abbaa Jirgaa, Abbaa Fooggii Abbaa Duulaa, Abbaa Garoo Abbaa Duulaa, Abbaa Maccaa Abbaa Duulaa, Murkii Booqee, Kumsaa Abbaa Siiddan fi k.k.f niidha.
Sababa fincila kanaa Hayilasillaaseen olaatummaa ofii mirkaneeffachuuf waraana irratti labse.
Hiryaa isaa nama jabaa murtee guutuu qabu MAHMUUD A/waarrii woliiin ta,uun Xaaliyaanii biyyaa baasuun isaa nibeekama .
Bara sana xaaliyoonnii gama Ganda Garimmaa cehuuf yookan qdxxaamuruuf jedhan irbaata minishiir ta.an kan booji,ame gariin isaanii Antoonio pooloo farda irra kaawwwtee Ganda saaphootti woggaa 7 booda du,ee Awwaalame Ragaan bakka Awwaalchaf qobatti hanga yoonaa nijira.
Lolli Duula Gibee kan gaggeeffame naannoo Jimmaa ganda Kolooboo jedhamuu fi ganda Booree guddaa jedhamu jidduutti ture. Bakka lolli kun itti gaggeeffame kana lamaan jidduu laga Gibeetu jira. Ummanni Oromoo gooticha Hasan Garimmaa jala hiriiruun dhukaasa Nafxanyoota irratti bananiin hedduu isaanii ajjeesan. Guyyaa tokko qofa Nafxanyoota 90 (sagaltamaa) ol fixan. Garuu Hasan lolicha irratti lukki isaa rukutamee ture. Lola sana booda Hasan gara kaambii isaa naannoo ganda Dabalee jedhamutti deebi’e.
Itti fufa...........................

Fuad reshad

 💎   daawwadhaa  misoomsaaBakka hawwata Turizimii finca'aa saqqaa coqorsaa!🌎✍🏽♥️♥️♥️♥️♥️♥️💎
07/07/2024

💎

daawwadhaa
misoomsaa
Bakka hawwata Turizimii finca'aa saqqaa coqorsaa!🌎✍🏽
♥️♥️♥️♥️♥️♥️💎

JIMMA CITYjimma is a beautiful city and attractive city in the Ethiopia !
07/07/2024

JIMMA CITY

jimma is a beautiful city and attractive city in the Ethiopia !

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fuad media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share