Oromo comedy

Oromo comedy Wontoota ilma namaatiif barbaachisan akkasumas duuniyaa fi aakira nama fayyadan hojjechuuti furmaata harraafi borille nama woliin milkaa’u Rabbi nuhaa godhu
(2)

04/12/2025

Tiktok nikaffala

04/12/2025

Karaa kamiin akka kaffalu guutusaa dhaggeffadhaa

19/10/2025
Alhamdulillah
19/10/2025

Alhamdulillah

23/08/2025

Harka Fuune Jaallattoonnii Fi Dinqisiifattoonni Aartii Hundi Keessan.
Akkuma Beekamu Albama Mata Dureen “HIIBBOO?” Jedhu Gumaacha Isiiniif Gochuuf Haal Duree Kiyya Hunda Xummureen Jira.
Amma Ammoo Albama Kiyya Keessaa Weelluu Mata Dureen Isaa “KAARROOYYEE” Jedhu Kilippii Itti Hojjedhee Isin Biraan Gahuufan Jira
Karaan Ittiin Argattan Lencho Gudina Official YouTube Irratti jimaata galgala isin biraan geenya
Hagasitti YouTube Kiyya LENCHO GUDINA (LG )Jedhu Subscribe Gochuun Maatii Kiyya Ta’aa Galatoomaa.

https://youtu.be/1DewpKgkx00?si=EVvudZCGX80zanfI

29/07/2025

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo comedy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share