Biftuu oromiyaa

Biftuu oromiyaa Health care

23/04/2024
Today mothers
03/01/2022

Today mothers

06/12/2021

Leeqaa Dullachaatti Poolisiin Humna Addaa Oromiyaa jedhaman nama nagaa 4 ajjeesuun, manneen jiraattotaa guban.

https://tinyurl.com/2p9y9sff

22/11/2021

Shawaa Roobiit jechuun magaalaa waggaa 1 dura Oromoonni
Walloo kanneen waraana irratti madaa'anii yaalaaf hospitaala
Shawaa Roobiit dhufan jumlaan itti dhumaniidha. Har'a garuu
magaalaa San bilisoomtee OLAn namoota gaafas Oromoota
Walloo fixan san keessaa xaraguun erga yaadannoo
wareegamtootaaf taasiseen booda iddoo sanitti Alaabaa
Oromoo dhaabee jira. Kabajaa fi ulfinni guddaan
OLAf haa ta'u

22/11/2021

Akka odeeffannoo nu gahaa jirutti manneen hidhaa federaalaa
iddoo adda Addaa jiru irraa namoota heddu halkan baasaa
iddoo hin beekamne geessaa jiru. Madaan keenya
- Nadhii Gammadaa
- Dabbasaa Guyyoo
- Baqqalaa Dawwaanoo fi namoota kumaatamaan
laakkawaman biroo hanga har’a hin qoorre.
Shawaa Roobiit osoo harka humnoota TDF fi WBO osoo hin
seenne dura ammas hidhamtoota siyaasaa heddu mana
hidhaa federaalaa fi magaalaa irraa baasanii jiru.
Ammas Akkuma Lolli Kuni itti fuufeen manneen hidhaa
FINFINNEE fi Baatuu jiran Xiyyeeffannoo yoo itti kennine malee
dubbiin madaan qabnu osoo qoorre madaa biraa akka nutti hin
daballe of-eeggannoo cimaa gochuun nurraa eeggama.
Oromiyaan Amma booda namicha guyyaa isaa dhumee sa’aa
11ffaa jiru kana irraa ilmaan ishee Qaalii baafachuu
dadhabnaan rakkoo hammana jedhee himuu him dandeenyeef
saaxilamuuf deemna!

Address

Kombolcha To Jarso
Kembolcha

Telephone

0983139321

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biftuu oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category