04/06/2026
"Mirga Dimookraatawaaa Isaa Faayyadamuun Ummanni Godina Saba Oromoo Filannoo Marsaa 7ffaa Irratti Danbaliidhaan Hirmaatee Qaama Bakka Na Bu'a Jedhee Itti Amanu Filateera. Hunda Dura Hirmaannaa Dinqisiisaa Taasise Kanaaf Ummata Koo Galateeffachuun barbaada"
Obboo Ahmad Alii
Bulchaa Olaanaa Godina Saba Oromoo