Shanan Dhuuggoo

Shanan Dhuuggoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shanan Dhuuggoo, Digital creator, Shenan, Mesela.

29/08/2025

Hojii milishaa keessaa
tokko barreessaa darbaa mee ✍️

06/08/2025

☕️
Yeroo tokko tokko yoo tuffatamtees sitti hin dhaga'amin maaliif yoo jatte guyyaan itti kabajamtuus dhufaara waan ta'eef ✔️🔥🔥🔥🔥🔥
✍️ 🧠
Ahmed Kanuma Abdii

02/08/2025

Haala amma magaalaan molee keessa jirtu ���

02/08/2025

Daandiin sirrii yoomiyyuu
taanaan gufuu hin dhabu
kanaafuu abdii hin kutin

Exit Exam Congratulation barattoonni Eebbifamtoota Bara kanaa Congratulation 🎊 👏 💖
18/06/2025

Exit Exam
Congratulation barattoonni Eebbifamtoota Bara kanaa Congratulation 🎊 👏 💖

31/05/2025

Harricha🫏

Harricha tokkotu ture jedhan inniis guyyaa tokko akkuma Ooyruu dikee wayii geessee dhaqeen Sangaa Ooyruu Sana qotaa jiruu wajjiin haasaye hojiin akkam jedhee gaafate inniis mee na dhiisi kunoo ganamarraa kaasee hanga ammaatti qotaan jiraa jedheen hayyee akkas taanaan boqonnaa barbaadda mitii jedheen Inniis Eeyyen jedheen Sangaan kuniis hayyee hogga galte gurra buusii golgolaayi jedheen Sangaaniis hayyee jedhee itti walii galee wanticha raawwate amma gaa dubbiin
Abbaan Ooyruu yeroon shaniidhaa waan ta'eef Har'a lafa ooluurra Harrichuma🫏 kanaaniin qota jedhee murteesse gara Ooyruu deeme ganamaan Qonnaa jalqabee itti oolchee galgala galche hoggaa kana Sangaan oolmaan akkami jedhee gaafate Harrichiis hedduu ulfaataadha garuu Sangaan kuni boru hin fayyu taanaan nan qala jedhee murteesseeraa fayyii jedheen Inniis ganama lafaa ka'ee boroodee akka duriitti deebi'e hoggaa kana Harrichi Ani duraanuu maaltu waan ana hin ilaallaanne keessa na galchee jedhee ofuma isaatiif ifiin dubbatee jedhama
Maal irraa hubattan 🪡
Ee miskiina wly Harricha 🫏
Like share fi follow godhaa mee ummata qashxii

31/05/2025

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Digital creator

30/05/2025

✅️Jiruun kaayyoo hin qabne.
✅️Imalli kallattii hin qabne.
✅️Adeemsi tarsiimoo hin qabne.
✅️Ilaalchi qulqullummaa hin qabne.
🚷Qilee malee dirreetti nama hin
baasuu beeki.
💔💔💔💔💔💔♥️

Hojiin lafa jiru too jiraate kana qofaam
17/06/2023

Hojiin lafa jiru too jiraate kana qofaam

Please follow meSallu Alaa Nabi
06/01/2023

Please follow me
Sallu Alaa Nabi

06/01/2023

Wanti kamiyyuu
Yeroo isaa eeggatee
Wanti akkanumatti
Hafuus gonkuma hin
Jiruus hin jiraatuus❗❗❗❗

Address

Shenan
Mesela

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shanan Dhuuggoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share