Etho page

Etho page Barnoota Amantaa

12/05/2022
11/05/2022

Qaama kooti qaamni kee
Si dhaanan na dhukkubaa
Rakkoo kooti rakkoon kee
Aariin kees na guggubaa

Yaa rabbi nan gatinGaafa guyyaan dhumteGaafa hojiin namaaMiizanaan laalamte...🌴Yaa rabbi naaf godhiHojiikoo waan gaariiH...
09/04/2022

Yaa rabbi nan gatin
Gaafa guyyaan dhumte
Gaafa hojiin namaa
Miizanaan laalamte...🌴

Yaa rabbi naaf godhi
Hojiikoo waan gaarii
Hojii hedduu taate
Kan hundisii kayrii...🌷

Yaa rabbi olfuudhi
Hojii koo cufasii
Kayrii naaf taasisi
Irra caaltuu isii...🌹

Yaa rabbi naaf taasis
Jiruu koo Aakiraa
Jennata naaf godhi
Yaa rabbi adaraa...🥀

Ollaasaa nagodhi
Ollaa nabiyyinaa
Yaa rabbi nagodhi
Hawwii kootu kanaa...🍀

Yaa rabbi naaf qeebali
Du'aa'ii koo kana
Akka nataasiftuuf
Ol iyyannoon koo suma...🥀🌹

Address

Jimma
Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Etho page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share