08/03/2026
🌾Filannoon Keenya Olka'insa Biyya Keenyaatif🌾
➪An kaardii Filannoo koo Fudheera👌
Isin hoo Fudhattanii? Filannoo Marsaa 7ffaa biyyoolessaa gaggeeffamuuf karaa dijital ta'een App Mirchayetiin (ምርጫዬ) fayyadamee kaardii filannoo koo fudheera🌾
Sagaleen kee Ijaarsa Biyyaa keessatti qooda akka qabaatuuf' har'a; Kaardii Filannoo Marsaa 7ffaa Buufata fillannoo naannoo kee jiruutti galmaa'uun fudhachuu qabda