22/07/2026
Kana Dhageessanii?
Tajaajiloota dijitaalaa adda addaa haala amansiisaa, saffisaafi qulqullina olaanaa qabuun argachuu barbaadduu? Nuti tajaajila ogummaa isiniif kennuuf yeroo hunda qophiidha. Keessattuu ammoo Dhimmoota miidiyaa hawaasaa fi teeknoloojii waliin walqabatu kamiyyuu bifa ammayyaafi of eeggannoo qabuun isiniif hojjechuuf qophii guutuu xumurree jirra!
Tajaajiloota nuti kenninu keessaa inni duraa!⤵️
1️⃣Facebook verification (✅️)
Feesbuukiin keessan mallattoo cuquliisa (Facebook Blue Tick) akka argatuuf adeemsa seera qabeessa ta'e sirriitti hordofnee, account keessan amansiisaa (authentic) akka ta'u gargaarsaafi gorsa guutuu ta'e isiniif kennina!
2️⃣ Telegram Premium (✅)
Telegram keessan gara Telegram Premium tti jijjiiruu, Kanaanis tajaajiloota dabalataa, saffisa ariifachiisaa, fi mallattoo urjii (badge) akka argattan isin gargaarra.
3️⃣ Facebook fi TikTok Sponsor/Boost 🚀
Daldalli keessan namoota hedduu bira gahee bu'aa akka isiniif fiduuf, daawwattoota (views) baay'isuu fi hordoftoota (followers) horachuuf immoo, tajaajila beeksisaa seera qabeessa ta'e (Facebook fi TikTok Sponsor/Boost 🚀) haala bu'a qabeessa ta'een isiniif hojjenna.
Akkasumas, rakkoolee teeknoloojii miidiyaa hawaasaa isin muudatan kamiifuu furmaata ni kennina ( 🛠️ ).
Wantoota kanneen hunda qulqullina, amanamummaafi dandeettii ogummaatiin nu biraa argachuu ni dandeessu. Yeroo keessan qusachuun, tajaajila dogoggora hin qabne argachuuf har'uma nu quunnamaa! 🎯
Tajaajila barbaaddaniif karaa keessaa (Inbox) Yobsan Befekadu dubbisaa! 📩
Galatoomaa! 🙏