Bama pictures

Bama pictures Bama pictures is one of a kind photography based and promotion studio

๐ŸŽฌ ๐€๐๐๐€A MALKAA ๐ŸŽฌDadhabbii yeroo dheeraa booda, Fiilmiikoo isa jalqabaa isiniif qabadhee dhufeen jira!๐Ÿ“… Guyyaa Eebbaa: Gu...
07/02/2025

๐ŸŽฌ ๐€๐๐๐€A MALKAA ๐ŸŽฌ

Dadhabbii yeroo dheeraa booda, Fiilmiikoo isa jalqabaa isiniif qabadhee dhufeen jira!

๐Ÿ“… Guyyaa Eebbaa: Gurraandhala 16, 2017 E.C. (February 23, 2025)
๐Ÿ“ Bakka: Galma Tiyaatiraa Biyyoolessaa
โฐ Saโ€™atii: 7:30 (Local Time)

Ammumaa sagantaa keessan qixxeeffadhaa irratti argamaan afeerraakoo kabajaati!

แŠจแ‰ฅแ‹™ แŒŠแ‹œ แˆแ‹แ‰ต แ‰ แŠƒแˆ‹ แ‹จแˆ˜แŒ€แˆ˜แˆญแ‹ซ แŠแˆแˆœแŠ• โ€œแŠ แ‰ฃ แˆ˜แˆแŠซโ€ แ‹ญแ‹ค แ‰€แˆญแ‰คแŠ แˆˆแˆแข

๐Ÿ“… แ‹จแˆแˆญแ‰ƒแ‰ต แ‰€แŠ•: แ‹จแŠซแ‰ฒแ‰ต 16, 2017 แ‹“.แˆ (February 23, 2025)
๐Ÿ“ แ‰ฆแ‰ณ: แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰คแˆ„แˆซแ‹Š แ‰ดแŠ แ‰ตแˆญ
โฐ แˆฐแ‹“แ‰ต: 7:30(local time)

แŠซแˆแŠ‘ แ‰ แˆแˆญแ‰ƒแ‰ต แ‹แŒแŒ…แ‰ฑ แˆ‹แ‹ญ แˆˆแˆ˜แ‰ณแ‹ตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‹˜แŒ‹แŒ แ‹จแŠญแ‰ฅแˆจ แŒแ‰ฅแ‹ฃแ‹ฌแŠ• แŠ แ‰€แˆญแ‰ฃแˆˆแ‹!แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแˆ!

After much dedication and hard work, I am thrilled to present my debut film!

๐Ÿ“… Inauguration Date: Yekatit 16, 2017 E.C. (February 23, 2025)
๐Ÿ“ Venue: Ethiopian National Theatre
โฐ Time: 7:30 PM (Local Time)

Mark your calendars and be part of this unforgettable event! Your presence and support mean the world to me!

See you at the inauguration! ๐ŸŽฅโœจ

31/01/2025

แ‹จแ‹ตแˆฎแŠ• แ‰ชแ‹ฒแ‹ฎ แ‰€แˆจแŒป แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แŠฅแŠ•แˆฐแŒฃแˆˆแŠ•แข0910224222
06/10/2024

แ‹จแ‹ตแˆฎแŠ• แ‰ชแ‹ฒแ‹ฎ แ‰€แˆจแŒป แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แŠฅแŠ•แˆฐแŒฃแˆˆแŠ•แข
0910224222

03/08/2024
Bama    PicturesWe create memoriescall us 0906242468.   Address: metu
16/05/2024

Bama Pictures
We create memories
call us 0906242468.
Address: metu

Bama    PicturesWe create memoriescall us 0906242468.   Address: metu
11/05/2024

Bama Pictures
We create memories
call us 0906242468.
Address: metu

"Guyyaan eebba Fiilmii keenya 'SIINSEENAA' jedhuu beekameera!Akkuma beekamu fiilmii kana qabbannee akka dhufaa jirru gan...
19/12/2023

"Guyyaan eebba Fiilmii keenya 'SIINSEENAA' jedhuu beekameera!

Akkuma beekamu fiilmii kana qabbannee akka dhufaa jirru ganna darbe beeksisnee turre. Yeroo hojjechaa turretti ispoonsera waan hin qabneef eebba isaatiif immoo nii arganna jennee yaannee barbaadaa turre. Haa ta'u malee baati shaniif nuffii tokko malee barbaannus dhaabbannis ta'e namni "abbaa kanaa" nuun jedhu argachuu hin dandeenye. Hundumtuu piroppozaala keenya qodaa kosiitti gatani. Egaa kana kan kaasneef dhaabbata ykn nama komachuuf osoo hin taane maalif akka isinirraa turre isinii ibsuun nurra jira jennee waan yaanneefidha. Egaa fiilmii kana kan hojjenneefisin uummata jaalalaa biraan ga'uuf waan ta'eef amma ispoonsera tokko malee isin biraan ga'uuf qophii keenya xumurree jirra! Ipoonsera tokko malee eebbisiisuun uulfaatus eebbisiisuuf dirqamnee jirra!
Guyyaan eebbaa gaafa 21-4-2016 sa'atii 6:30 irratti galma giddu gala aadaa Oromootti akka ta'e gammachuu guddaadhaan isin beeksisna. Maarree isinis akka nurraa hin hafne kabaja guddaadhaan isin affeerra! Akkasumas gama social media keessaniitiin akka nuuf beeksistan jaalalaan isn gaafanna!"

Ifaa Balaay

15/12/2023

Printing service

29/11/2023

Address

Metu

Telephone

+251906242468

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bama pictures posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share