25/09/2025
“ Irreecha Ol Ka’iinsa Biyyaaf! “
Baga Ayyaana Irreechaa Bara 2018 Nagaan Geessan . Ayyaanni Irreechaa wiirtuu tokkummaan lammiilee itti cimuu fi obbulummaan dhugaa itti dagaagudha. Kabaja ayyaana Irreechaa hora Finfinnee fi hora Harsadeetiif qophiin xumurameera.
Ayyaana Gaarii!