Dubbii jabduu

Dubbii jabduu Fuulli barruu kun kan nama addaan hin qoodne, nama hundaafuu wal qixxee kan hojjetudha.

24/04/2026

Hamma namaas Argeera ani baree waan hundumaa!
Dubbiin deemee deemeetu harkakeetti dhuma...!

JIRA GUYYAAN DHUMAA!

21/03/2026
18/03/2026

Biyyuma lafatu Nama Qajeelaaf Firdii Qajeelaa hin faraddu malee, Silaa isa qajeelaa miti namicha daa'ima waggaa 6 fuudhe sanatu seeratti dhiyaatee ajjeefamuu qaba ture.
Yesuus keenya garuu qajeelaadha!

‎Of eeggannoo!‎  Vs  ‎Ani Oromoodha. Oromoo Oromummaa isaatiin boonuufi Oromoota hunda ija tokkoon ilaaludha. Garuu gara...
29/01/2026

‎Of eeggannoo!
‎ Vs
‎Ani Oromoodha. Oromoo Oromummaa isaatiin boonuufi Oromoota hunda ija tokkoon ilaaludha. Garuu garaa garummaan namoota lamaan gararraatti maqaa dhayee akka naaf hubatametti:
‎Nabiy Henok
‎1. Tokkummaan keenya amantii nuti waliin qabnudha.
‎2. Hamaa waan tokkollee irratti hin argine.
‎3. Waan inni godhe seexana malee nama dhuunfaa waan gaddisiisu qaba jedhee hin yaadu.
‎4. Sabummaasaa caalaa Kiristiyaanummaa isaafi Kiristoosiin lallabuu isaatiif irratti duulame.
‎5. Utuu badii qabaatees namichis, waldaan isaas akka waldaatti dhiifama gaafatee jira.

‎Gammachuu Magarsaa
‎1. Tokkummaan keenya Oromummaa keenya.
‎2. Ofii misiyoonota irraa baratee ijasaa banatee namoota biyya kanaaf oolmaa guddaa oolan arrabsaa oola.
‎3. Kiristiyaanita Kiristoositti amanan Hunda (Oromoo dabalatee) waan barbaade jedhee arrabsaa, abaaraa oola.
‎4. Oromummaan seera dhablummaa akkasiitti nama guddisuufi Dhugaan barbaada jechaa dhugaa namaa dhoksan kan biroon yoo jiraate malee isa nuti waliin qabnu miti. Oromoon dhugaa ofii isaas eeggachaa, dhugaa namaas eega. "Dhugaan Ilmoo Waaqaati" jedha. Jaarsi koochoo Oromummaa jedhu jela seenanii waan barbaadan abbaa barbaadaniin jechaa ooluun Yakka. Isa kanas namni dhugaa beeku tokko gadi ba'ee homaa hin dubbanne.
‎5. Waan jedhan hundumaa guyyaa tokko namni qeeqes hin jiru. Isaanis gadi ba'anii dhiifama gaafachuun haa hafuutii ittuu namni baay'een harka rukuteef.

‎Walumaa galatti seerri nama hundaafuu wal qixa. Yoo seeratti dhiyaachuu ta'e ammoo jaarsa irraa eegalamuu qaba. Eenyuyyuu eenyuun gadi miti. Kanaafuu warri dibbee qabattanii sirbaa jirtan ammoo har'a mitii Wangeelli bara Mootummaa Dargiiyyuu dadhabameera.
‎Galatoomaa!
‎ !

Kaayyoon Waraanni ba'uu kun maalii
29/01/2026

Kaayyoon Waraanni ba'uu kun maalii

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa balalii gara Tigraayitti taasisu addaan kuteera.

Waraanni Itoophiyaa magaalota gurguddoo kibba Tigraay keessaa bahaa jirus jedhameera.

Raayyaan ittisaa kaleessa ganamarraa kaasee bahuu kan jalqabe yoo ta'u, daangaa naannolee lamaan – Amaaraa fi Tigraay gidduu buufateera.

Waan deemaa jiru hubachuuf 👉 https://bbc.in/45B8ZPS

Alaaf Manaaf Nagaa Buusaa
29/01/2026

Alaaf Manaaf Nagaa Buusaa

Isiraa'eliif Haamaas waliigaltee waraana dhaabuu irra ga'an jedhama. Yaa Waaq milkeessi!
16/01/2025

Isiraa'eliif Haamaas waliigaltee waraana dhaabuu irra ga'an jedhama. Yaa Waaq milkeessi!

24/08/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Oromiyaan Kan Oromooti Moosisaa, Yobsan Chala, Gada Agaa, Naaf Jiraa, Moosisaa Guutamaa, Mohamed Aliyi, Alex Oo, Aliyi Ahmed, Deva King Man, Sadiya Hirpo, Abdii Boruu Jiraa Jiraa, Mahadi Abrahim, Mubarik Zeenuu, Abdulziz Abdela, Anna Buno Jilo, Sabaahoo Ahmd Muussaa, Ahmad Awwel, Tsaga Obsee, Gamechiis Shekoo Shekoo, Laammii Dirribaa, Hamzo Oro Best, Mo'ii Tesfa, Alamuddiin Rayya, Murtesa Tsige, Yone Girma, Ifaa Mahamad, Lemi Debela

Qorannoon naannolee sigigaachuun lafaa mudachuu danda'u eeru mirkanaa'eera.
29/07/2024

Qorannoon naannolee sigigaachuun lafaa mudachuu danda'u eeru mirkanaa'eera.

27/07/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama!

Address

Ali Birra
Nazareth

Telephone

+251912197825

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dubbii jabduu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dubbii jabduu:

Share

Category