Karrasaaqii Media

Karrasaaqii Media We strive to provide you holistic service! Tajaajila hunda galeessa isiniif kennuuf cimsinee dhamaana!

My name Samuel Bulti Waqgari
=> Karrasaaqii Bultii Waaqgaarii(Samuel)
I am gospel singer and
Lecturer at Mattu University

05/08/2026

Namootni soba dubbatamu amananii fudhatanii hojii irra oolchan warra soba dubbatu caalaa hamoodha😭
Oloofi😂
Bakka nagaa oolaa🙏

Rev. Gudina Tumsa's core themes about the church of Yeshua Khristos. Yaadota ijoo TW Guddinaa Tumsaa waa'ee Waldaa Kiris...
31/07/2026

Rev. Gudina Tumsa's core themes about the church of Yeshua Khristos. Yaadota ijoo TW Guddinaa Tumsaa waa'ee Waldaa Kiristaanaa Yeshu'aa Khristosiif dubbatan👇
1. "The Gospel is the center of the life and mission of the Church. Without the Gospel the Church loses her identity and reason for existence.”
Wangeelli wiirtuu jiraachuu fi ergama waldaa kiristaanaati. Wangeelaan ala waldaan kiristaanaa eenyummaa fi sababa argama ishee dhabdi.

2. “The Gospel is the Church’s life. When the Church ceases to proclaim Christ, she ceases to be the Church.”
Wangeelli jireenya waldaa kiristaanaati. Waldaan yonnaa Khristos labsuu dhaabdu, waldaa kiristaanaa ta'uu ishee dhaabdi.

3. “The Church is in the world but not of the world.”
Waldaan kiristaanaa addunyaa [biyya lafaa] keessa jirti malee kan biyya lafaa miti.

24/07/2026

Guuboo Gammachuu AlbumKuusaa Walaloo (Poem Album) Vol 1_Uumaa fi U...

30/06/2026

Qajeelfadhaa Jireenya Keessan🙏

29/06/2026

Baajetni koo SAGALEE keeti✅

26/06/2026

Ulfina Kooti Ati

18/06/2026

Sagalee koo beekta🙏

Nagaan nagichaa isiniif haa baayyatu.Kunoo Track 13ffaa Albama Gumbii Gammachuu jedhu keessaa hin maxxanin ture maxxanse...
02/06/2026

Nagaan nagichaa isiniif haa baayyatu.
Kunoo Track 13ffaa Albama Gumbii Gammachuu jedhu keessaa hin maxxanin ture maxxanseera. Faarfannaa kana seenaa dhaggeeffadhaa. Kaaniifis share' godhaa!
https://youtu.be/Edk74d7JSZw
Faarfannoota Albamichaa keessaa meeqa dhaggeeffattan?
AV1T1 irraa eegalee hamma AV1T15tti?
Album Volume One Track #? jaallattan?

YouTube'chis hiyyeessa wayiitii mee utuuma harki didduu SUBSCRIBE tuqaa darbaa.

Kan AV1T13 Lyrics (walaloo)n isaa kunooti:
///------------------------------------------------------------///
Hirriba hafuuraa hin rafin dhalootaa
Dafiitii qophaa’ii eeggadhu mee Gooftaa
Dhiyaateera guyyaan mul’achuu isaatii
Eessa jirtaa of madaalimee atii /4/
01
Dhaloonni danuun utuu Waaqayyo waamuu
Jalaa didanii bowwaatti deemuu
Mootii dukkanaaf garaa eyyamuu
Of gowwomsanii wallaalchifamuu
Sooranni lubbuu fi bishaan jireenyaa immoo harka isaa jiraa
Macca kana irraa kan nama quubsuu eenyu kan biraa

02
Durboonni shanan dhirsa misirroo utuu eeganii akkuma warra shananii
Cuunfaa ejersaa dafanii fixanii bituu deemanii iddoo jiru dhaqanii
Yeroon nama hin eegu itti fayyadamuu kunuunsanii
Kabajuu dadhabuun warri gowwoonni kan alatti hafanii
Hunduu waan facaasee sassaabeetu galfataa
Gowwaaf hin galle malee gatiin abbaa fakkaataa
Inni murtii qajeelaa kennu ni dhufa abbaan firdii
Ga’ee /2/ isaa argata qamadii fi ingirdaadii
03
Minyaa biyya lafaa namni dhamdhamatuu
Foolii isaa isa gadhees namni urgeeffatuu
Jireenya bara baraa argee hin jiraatuu boqonnaa hin argatuu
Qooda qulqullootaas gonkumaa hin hirmaatuu gonfoos hin fudhatuu
Dhugaa barbaadii biti malee gantuutti hin gurgurinii
Garaa kee mo’adhuu qalbiikee hundaafi hin hirinii
Daraaraa birraatii waamaraa hin hamsaarinii
Firdiif akka hin taaneefis Yesusiin hin ganinii
///================ DHUMA ================///
Karrasaaqii Bulti Wakgari
Karrasaaqii Media
highlight

...

Address

West Wollega
Adama
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Karrasaaqii Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Karrasaaqii Media:

Shortcuts

Share