Oromookoo

Oromookoo freedom freedom comes by struggle

14/12/2021

The time is difficult*******

14/12/2021

THE TIME IS DIFFICULT******

24/06/2021

Oromia it self is in prison;
Stand up and break that prison.

Kaayyoo Haceen itti wareegameef hojjetanii galmaan ga'uun hunda dursa Oromookoo jabaadhu galmaan ga'iif.
23/06/2021

Kaayyoo Haceen itti wareegameef hojjetanii galmaan ga'uun hunda dursa Oromookoo jabaadhu galmaan ga'iif.

Seenaan siyaadata: galatoomi.     Artist Jireenyaa Ayyaanaa.
16/04/2021

Seenaan siyaadata: galatoomi.

Artist Jireenyaa Ayyaanaa.

25/03/2021

Please, standup Oromo. The time is critical!

10/09/2020

Oromookoo hin raffiin,rafnaan akkuma raftetti sifixuu.

17/09/2019

Namni gaaffii oromoo irra ol'aantummaa Abiyyiifi Lammaa leellisu ol'aantummaan isaanii boollatti ha galun siin jedha.

09/09/2019

HIRIIRA ILMAAN HABASHAA AMANTAA DAWOO GODHACHUUN FULBAANA 4 OROMIYAA KEESSATTI WAAMTE QEERROOFI QARREEN FASHALSUUF OF QOPHEESSAA.

29/08/2019

oromoon tokkuma, gosa lama ykn sadii jechuu hindandeenyu. kanaaf isa cimaa laaffisuuf ykn humna dhowwuudhaaf wal irratti hin ka'iinaa yoon jedhe saalfiiykn qaanii hin qabu jedheen amana. yoomiyyuu tokkummaa.

12/08/2019

Oromiyaa kiyya uumaan yeeyyota si qircachuuf qophaawan irraa si haa oolchu. Hamaakee na hin dhageessisiin tolaakee malee.

12/08/2019

Peejiin kun peejii irratti tokkummaa oromoo lallabnuufi walcina dhaabbannudha. Itti dhiyaadhaa.

Address

Oromia
Nek'emte
430

Telephone

0921200128

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromookoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category