Sagalee Sibuu Siree.SSS.COM

Sagalee Sibuu Siree.SSS.COM Oromo protest

04/06/2023

Ajanaa Ol'aanaa Abo_wbo Jaal marroo💪💪💪💪💪💪💪💪

09/01/2023

Dambidoolloo iddoo Abbaa Jaarraa jedhamutti gootichi wawwaachisaa jira!

Addunyaa keessan of ilaaluuf dursii addunyaa ilaali
09/01/2023

Addunyaa keessan of ilaaluuf dursii addunyaa ilaali

Dukkana keessan kufee kaa'a Qileef tabban bu'ee baa'a Galaan geessa galaa harmee Galaa baatee ........Kankoo hin ciisu g...
20/12/2022

Dukkana keessan kufee kaa'a
Qileef tabban bu'ee baa'a
Galaan geessa galaa harmee
Galaa baatee ........
Kankoo hin ciisu garaan sarmee
Dugdi kiyya waadaa baata
Waadaa lafee dhaamsa qaataa
Imaannata soora dhiigaa
Ergaa biyyaan baadhee fiiga
Ergaa baadhee ......
Akkamiinan taa'ee mugaa?
Galaan baadha galaa dhugaa!!

Ejjennoo❗️Tokkummaan Humna Addaa Oromiyaa waliin dhufe, Injifannoon gamtaan argame hanga walabummaa Oromiyaatti cimee it...
20/12/2022

Ejjennoo❗️

Tokkummaan Humna Addaa Oromiyaa waliin dhufe, Injifannoon gamtaan argame hanga walabummaa Oromiyaatti cimee itti fufa.

Walooma❗️

Joint Force💪💪

Oduu Hidhaa❗️(Abukaatoo seeraa Wandimmuu Ibsaa)Obbo Wandimmuu Ibsaa Godina Addaa Naannoo Finfinneetti dhaddacha jeequun ...
20/12/2022

Oduu Hidhaa❗️
(Abukaatoo seeraa Wandimmuu Ibsaa)

Obbo Wandimmuu Ibsaa Godina Addaa Naannoo Finfinneetti dhaddacha jeequun himatamuun hidhaa ji'a afuriin akka adabaman murteeffamee gara mana sirreessaatti ergamanii jiru.

*Naamooni Bayyee Bilisumma Hin Fedhan Sababinsa Bilisumman itti Gafatamummaa Wan Qabuuf. *Itti Gafatamummaa immoo wan na...
20/12/2022

*Naamooni Bayyee Bilisumma Hin Fedhan Sababinsa Bilisumman itti Gafatamummaa
Wan Qabuuf.
*Itti Gafatamummaa immoo wan naamooni bayyee kan jibbanii fi sodaatan dha.

Bakka dhaloota urjii l*laa JL Laggasaa Wagii Meettaa Roobii magaalaa Shinoo keessatti gootichi erg*mtoota wawwaachisuun ...
01/10/2022

Bakka dhaloota urjii l*laa JL Laggasaa Wagii Meettaa Roobii magaalaa Shinoo keessatti gootichi erg*mtoota wawwaachisuun guutummaatti magaalicha sakatta'e!

Humnoota erg*mtuu magaalichatti argamtu hal**luun hedduu dhabamsiisuun kanneen lubbuun hafte booji'uu ibseera! Amma kaamponni waraana mootummaa guutummaatti hojiin ala ta'aniru!

Oduu Gaddaa❗️Guyyaa har'aa irreecha Hora Finfinnee irratti dargaggoo Habtee Dhibbaa tika PPn ajj**eefamee jira. Dargaggo...
01/10/2022

Oduu Gaddaa❗️

Guyyaa har'aa irreecha Hora Finfinnee irratti dargaggoo Habtee Dhibbaa tika PPn ajj**eefamee jira. Dargaggoon kun dhalootaan Godina Horroo Guduruu aanaa Guduruuti. Irreeffachuuf manaa bahee tika PPn ajjee**famee ree**ffi gara maatii isaatti galaa jira.

Nagaan boqodhu❗️

RIP!

 ..?      Booressaa dhiiraa.            Kunoo dhufee jira.
01/10/2022

..?
Booressaa dhiiraa.
Kunoo dhufee jira.

Address

Nek'emte
1256839

Telephone

+12514536481

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagalee Sibuu Siree.SSS.COM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category