WallaggaaPress

WallaggaaPress Wareegama ilmaan isheetiin Oromiyaan ni bilisoomti!

24/04/2025

“Oromoo sabnikoo dhiiraaf dhalaani
Harka fuune🙌 Ashamaa🤝 walii galaani!”
💔💔💚💔💔

08/04/2025
08/04/2025

❤️💚❤️

  Hattuu fi gad-deebituu, kaayyo dhabeettii akeeka tokko hin qabne, kan maqaa WBO'tiin daldaltu, kan uummata keessaa dha...
27/09/2023


Hattuu fi gad-deebituu, kaayyo dhabeettii akeeka tokko hin qabne, kan maqaa WBO'tiin daldaltu, kan uummata keessaa dhalatte irratti dabaa fi shira hojjettu, ergamtuu fi gaangee sheexanaa, kan kaayyoo utuu hin qabaatin uummatatti roorriftu kana balleessuun dirqama Oromummaati.

:

Yeroo ammaa kana saamichi, ajjeechaanii fi doorsisni maqaa WBO'tiin uummata ganda Kombolcha Yongee irratti taasifamaa jiru kaayyoo fi ergama ABO-WBO kan bakka hin buunee fi qonnaan bultoota homaa tokko hin qabne qabanii maallaqa gaafachuun akeekaa fi kaayyoo qabsoo ABO-WBO fakkaatee jira. Saamichi, doorsisnii fi ajjeechaan uummata keenya irratti godhamaa jiru kan dhaaba keenya tuffachiisuu fi maqaa balleessu bira darbee uummata qabsoofnuuf irratti daba hagana ga'u gochuun abaarsa yoomuu dhiqatamee ba'uu hin dandeenyeedha. Kanaafuu, kashalabboonnii fi hattootni uummata nagaa fi qulqulluu ganda kana keessa jiraatutti roorriftan gochaa keessan kana irraa dhaabbattanii akka of ilaaltan, gocha keessan kanarraa hin deebitan taanaan yeroo dhiyootti gatiin keessan osoo irraa hin sharafamin dachaadhaan kan isiniif kennamu ta'uu hubattanii akka dhiiftan...qabsaa'uu yoo feetanis kaayyoo ABO-WBOn taliigamuudhaan akka sochii xumura garbummaaf taasifamaa jirutti akkaataa seeraa fi heera ABO-WBOn ittiin socho'uun akka itti fuftan sin hubachiifna.
Uummatni gandoota akka , , , Dulle, Diggoo, keessa jiraattan maqaa sinitti dhufu kamuu akka hin keessummeessinee fi walta'uun qe'ee fi qabeenya keessan akka eeggattan isin hubachiifna.
Kan nama ajjeesu, saamu, doorsisu, salphisu osoo hin taane dha.
.
.
!

27, 2023
Finfinnee, Oromiyaa

  WBO Zoonii Lixaa haala milkaawaa ta'een adeemaa jira!  taa'ame kallattii fuulduraa qajeelche!  !❤💚❤telegiraama keenya ...
14/06/2022

WBO Zoonii Lixaa haala milkaawaa ta'een adeemaa jira!
taa'ame kallattii fuulduraa qajeelche!
!❤💚❤
telegiraama keenya hordofaa👇
https://t.me/Oromia_press

Address

Finfinne
Nek'emte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WallaggaaPress posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to WallaggaaPress:

Share