Ifa Wangeelaa Midia. Light of Gospel midia.

Ifa Wangeelaa Midia. Light of Gospel midia. baga nagaan dhuftan.! Wangeela Kristoos
waliin lallabna.

14/10/2024
14/10/2024

'UUF .! Iya 8:6

baayyeen Tooftaa Haaraa caalaa Isa Darbeen hojjechuu filatu.
Nama haaraa qaroome of taasisuu caalaa shaakala duraadhaan hojii Har'aa adeemsisuu barbaadu.
Kun immoo bu'a barbaadame dhabsiisuutti dabalee, Kufaatii hamaa kessatti isaan dhiisa.
Saba sanaaf Qajeelfa inni Kenne kana wajjin Wal fakkaata.
Dura baqachuun moo'amuudha Amma garuu kallattii jijjiree baqachuudhan injifannoo galmmeesse.
Wanti Ati ittiin kaleessa hojjette har'a hin hojjetu sababni isaa har'i Kan biraadha. Waan haaraa barbaada.

ati ittiin kaleessa hojjetaa turte kaleessa hojeteera Qara Waan qabuuf, Har'a garuu hojjechuu hin danda'u kaleessi Waan doomseef. Hara'a hojjechuuf garuu Qotticha qarachuu qabda.

Qottoon Qara hin qabne ba'aadha.

Fi haala Kee kaleessaatiin fakkaruu ykn dhaadachuu dandeessa ittiin boonuu dandeessa. Garuu har'aas akkuma kaleessaa jettee akkuma duraatti haaluma duraatiinan hojjedha jennaan Isa kaleessa hojjette balleessita.

Kanaaf of .

har'aa 'uu barbaada.
Efe 4:23 “Hafuura yaada garaa keessanii keessattis haareffamaa!”

Rom 12:2 yaada garaa keessani haareffschuudhaan Of diddiiraa.!
jireenya jijjiramaa Waaqayyoos kana nurraa barbaada.
Eebbifamaa.

01/08/2024

when God gives you another chance, don't repeat the old mistakes.

31/07/2024

Mootummaan kee Mootummaa baraaf bara hundumaati Moo'uun Kee dhalootaa Hamma dhaloota hundumaatti.
Waaqayyo dubbii isaa hundumaatti amanamaadha hojii isaa hundumaatti gaarummaa in agarsiisa.
far 145:13

24/07/2024
24/07/2024

Waaqayyoo guddaadha
Rakinnikee Isaaf Xiqoodha.
Waaqayyo Moo'aadha Seexanni Moo'amaadha.
Ati Mo'amaa Sodachuu hin qabdu.
Ameen.♥️♥️♥️♥️⚘⚘⚘

YOU CAN STILL BEAR GOOD FRUITS NO MATTER THE DIFFICULT CIRCUMSTANCES OF LIFE. SHINE FOR CHRIST NO MATTER WHERE YOU ARE -...
24/07/2024

YOU CAN STILL BEAR GOOD FRUITS NO MATTER THE DIFFICULT CIRCUMSTANCES OF LIFE. SHINE FOR CHRIST NO MATTER WHERE YOU ARE - JUST TRUST THE GOODNESS OF THE LORD.

Address

Nek'emte

Telephone

+251915874723

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifa Wangeelaa Midia. Light of Gospel midia. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category