26/10/2019
◉ ICCITIIN IDA'AMUU (መደመር) BARA 1920 A.L.A TI ILLUMINAATOTAAN EEGALE.
⓵ Ida'amuun maali??
⓶ Dhooksaan duuba isaa jiru maali???
⓷ Eenyuutiin Hoogganama??
⓸ Yoom Jalqabee, Eessattis Xuumura??
◈ Akka Addunyaatti, Namootni Itiiyophiyaa, 98% Amantii isaanitti, baay'ee Ciimoodha. kun ammoo illuminaatotaaf mataa dhuukkubbii ciimaa itti ta'eera. Uummata Itiiyoophiyaa too'annaan, biyyootni biroo salphaatti harka isaanii keessa seensisuu danda'u. kanaafis, illuminaatotni, hojii manaa guddaa biyya keenya keessatti hoojjechaa jiru.
☞ Hawwaasa dhoksaan Gurmaa'an (secret
societies) fi Falaasama 'Ida'amuu (መደመር) kan jedhaman irratti qabxiilee tokko tokko, kaasuuf haa yaalluu!!
☞ Yeroo garaa garaattii, waa'ee Hawwaasa Gurmaa'inaa ilaalchisee, karaalee namoota babbeekamoo, barreefamota addaa addaafi viidiyoodhaan osoo hin hafiin iccitiin isaanii bal'inaan dhiyaachuuf yaalaniiru!!
☞ Kaayyoon isaanii inni guddaan, Addunyaa kana Mootii tokko (One world Government) jalatti bulchuuf yoo ta'uu, karoora isaanii kanas fiixaan basuuf, yakkoota gara garaa hojjeechaa akka
jiran, karaa barreessitoota addaa addaa
ibsamaa jira!!
☞ 'Maat Istooler' akka nuuf ibsuutti, bara 1971 A.L.A Ameerikaattii, Koreen Dhaabbata Dhimmoota Biyya Alaa, kan inni marii'achiisaa turee keessaa inni jalqabaa, Gamtaa Atiilaantikii hundeessuu irratti ture!
☞ Kaayyoo Ameerikaafi biyyoota Awuroppaa walitti fiduun, bakka tokko jalatti bulchuu, irrattii mariin cimaa waggaa tokko guutuuf gaggeeffameera! kuniis diddaa Raashiiyaanotaa fi feedhii dhabuu isaanii irraan kan ka'e, Ameerikaannonni akka yaada isaanii ta'uufii hin dandeenye, kanneen jedhan jiru!!
☞ Addunyaa tokkoo,
☞ Yaada Mootummaa tokkoo,
☞ Mootii Addunyaa tokkoo, gara gochaatti,
jijjiiruuf warreen yaadaa turan, har'as yaalii
isaanii itti fufanii jiru!! darbees, Ameerikaanotni karoora isaa qopheeffatanii jiru!!
☞ Gara fulduraa, Bulchiinsii Addunyaa keenyaa kun, 'Isiraa'eelin' magaalaa guddoo Addunyaa taasisa!
☞ Biyyootni amma jiran,
➊ Qarshii waliin gargaaraman walii isaanii,
➋ Humna waraanaa,
➌ Seera daldalaa mataa isaaniifi,
➍ Waantoota fedhii isaanii, yoo qopheeffataniyyuu, walii galattii, Bulchiinsa Addunyaa tokko jalatti jiraatu!!
☞ Ameerikaatti, Kooreen Dhaabbata
Dhimmoota Biyya Alaa kan turan yeroo
marii'atan, namoota marii sanarra turan
keessaa, 'Seenetar Doonaald' keessatti argamuu turan.
☞ 'Doonaald' yeroo sanattii akka dubbataniittii, kaayyoon isaanii kun, fiixaan baanaan, Uummata Addunyaaf, Diimookraasiif Nageenyii akka
uumamuu danda'uu, dubbataniiru! darbees,
Seerri kun Addunyaan irratti walii galee osoo raggaasisee, Diimookrasiin barbaachisuu, Addunyaa kanarrattii hundaa'uu danda'a, jedhan
Seenaatarichi.
☞ Yeroo sanattii, Pireezdaantii Ameerikaa kan turan 'Joon Eef Keenadiin' yaada Koomitootattiin, waliif hin galle! Addunyaa Mootii tokko jalattii bulchuu, yaada jedhu, 'Abjuu' fi waan bu'aa hin qabnee, ta'uu isaa ifaaf ifattii mormaa turan.
dubbii isaa ilaalchisuun barreesitootni kitaaba maxxansan, akka jedhan yoo ta'ee, sababnii du'a 'Joon Eef Keenadii' Garee kanaan waan isaan waliif hin galleef ta'uu isaa, ibsaniiru!!
☞ Addunyaa keenya Mootii tokkoo jalattii akka isheen bultu, feedhii guddaa kan qaban, Hawaasni dhoksaan gurma'an (Secret societies) taa'umsa isaanii
biyyoota garagaraa akka gochaa turan,
barreessitotni nuuf ka'aniiruu!!
☞ Gareen Hawwaasa Dhoksaan Gurma'anii kun, waggoota heedduu kan lakkoofsisee yoo ta'uu, namootni beekamoo Addunyaa ta'aan karaalee garagaraatiin irrattii hirmaachaa turaniifi darbees kan isaaniin
hoogganamaa jiruudha!!
☞ Addunyaa keenya irrattii, Gareen iccitootaa baay'een Addunyaa walitti Ida'uun tokko gochuuf carraaqaa kan jiran yoo ta'uu, akka adda dureetti kan fudhataman,
➊ Firiimisensii,
➋ illuminaantii,
➌ Garee Biildibars,
➍ Iskiil & Boonas, kan jedhaman, namoota
babbeekamoo, Poolotikaa keessa jiraniifii,
Abbootiin Qabeenyaa kaampaaniwwan gurguddoo Addunyaa kan irratti hirmaataniifi, kan hoogganaa
jiran ta'uun isaa beekamaa dha!!
☞ Bittaan Addunyaa tokkoo (New word order) yookaan haaromsaan bifa Ida'amuutiin kan dhufe jiru kun yaadni isaa bara 1920 A.L.A irraa kaasee, kan irrattii hojjeetamaa jiruu ta'uu isaa barreeffamotni nuuf ibsaa jiruu! yeroo sanattii barreessaan 'Fireediriik Chaarlas Hiikis' jedhamuu, "New world order" kitaaba jedhamuu barreessee maxxansee turee! barreessaan kun
Garee sana keessattii miseensa isaanii akka turee of ibsa!!
☞ Barreessaan 'Maat Istooler' jedhamuu,
kitaaba innii barreessee, yeroo xiqqootiin dura dubbistootaaf dhiheessee irrattii, yaadoota dubbachiisoo ta'aan heedduu isaanii irraa argachuu dandeessuu!!
☞ Addunyaa Mootummaa tokkoo jalattii
bulchuuf, yaadattii qabatanii socho'uu kan jalqaban, waraana Addunyaa 2ffaa irraa eegalaniituu!
☞ Ameerikaaf duuka buutoota ishee,
akkasumas, Lixa Awurooppanotaa waliin, Gamtaa Atiilaantikii (Atlantic Union) jedhamuufi, waadaa waraana
kaaba Atilaantikaa (NATO) kan jedhamuu,
Addunyaa irrattii, humna cimaa ta'ee, irra
jireessaan akka hoogganuu, hundeessuuf
carraaqaa akka turan, 'Istooler' nuuf kaa'uuf
yaaleera! yaadni isanii kunis, Dhaaba Gamtaa Awurooppaa jedhamuu hundeessuu danda'eera!!
☞ Namoota hundeessaa turan keessaa, bara 1930 A.L.A keessa beekamtii guddaa argatee kan turee, 'Kaalaares Istireet' keessatti argama!
☞ Gaazeexxessaa, 'Niiyork Taayims' kan
turee, 'Istireet' kan jedhamuu, walga'ii "Liig
Oofineeshinii" fi waa'ee dhaabbatichaa
ilaalchisee, kan gabaasuu turee! akka gabaasa isaattii, qoodinsi Ameerikaafi Sochii Awurooppanootaa dhaabuun kan
danda'aamuu, Addunyaan bittaa tokkoo jalattii, yoo deebitee ta'uu isaa, barreeffamoota isaa garaa garaa
irrattii maxxansee dubbisiisuu danda'eera!
keessumattii, Ameerikaa, Awuustiraaliyaa,
Kaanaadaa, Afririikaa kibbaatiifi biyyootni
Lixa
Awuroppaatti argaman, fiixaan ba'umsa
isaaniitiif,
furtuu guddaa akka ta'uu danda'aan
barreesseera!!
☞ "The biggest secret" kibaaba jedhuu dubbisaaf
kan dhiheesse, 'Deeviid Aayik' akka dubbatuutti,
ILLUMINAANTII fi gareen iccitootaa kanneen
biroo, Addunyaa kana mootummaa tokko jala
seensisuuf dhimmanii hojjeechaa jiruu! akka yaada barreesichichaatti, 'Mannii Mootii Adiin' (Copitol Hill) kayyoo xumursiisa Poolotikaaosoo hin taanee, bakka wal ga'ii obbolaawwan
seexanootati.
☞ Addunyaa Mootummaa tokko jala galchuuf, baay'ina uummataa Miiliyoona Dhibba Shan, (500,000,000) tti hir'isuun kaayyoo isaanii kan jalqabaati. lakk. uumata Addunyaa yeroo ammatti, Biiliyoona 7 (7,000,000,000) ta'uu isaa
ni yaadanna! kanaafis 100% irraa uummata 93% lafarraa balleessuuf irratti hojjeechaa jiru! (shallagdanii argachuu dandeessu)
Fiixaan ba'umsa kayyoo isaanii kanaafiis,
☞ Jeequmsa Sooriyaa, Walittii bu'iinsa Israa'eelif Filisxeem, Waraanota Addunyaa irrattii gaggeeffaman hunda, H.I.V fi Vaayirasoota kanneen biraas kan qindeessan akka ta'e dubbatama!!
☞ Gamtaan Addunyaa, marsaariitii isaa
irrattii akka maxxanseeettii, yeroo dhihoo
keessattii hojiittii nan seena jedhee kan
amanee, waa'ee Bulchiinsa Addunyaa tokko
jalattii jiraachuu, (NWO) ilaachisee, fiixaan
ba'iinsa karoora isaaniif of kessattii
hammatee gara hojiittii seenuuf kan yaadee qaba! Isaan kuniis,
➊ Mana Murtii Addunyaa, hundeessuu,
➋ Poolisii Addunyaa, fi
➌ Loltuu Addunyaa, oomiishuu,
➍ Sassabbii Gibiraa Addunyaarra walittii
qabuu, yoo ta'aan, jarreen kana akka
jalqabbiittii fudhatee hojiittii seenuuf jedha!!
,
☞Bittaan Addunyaa Tokkoo (NWO) alaabaa
mootummota gamta'anii jala kan dhaabbatuu ta'ee, karoorri isaanii kun akka fiixaan ba'uufis
☞ hooggantota biyyoota dhihaatiin,
☞ namoota babbeekamoo polotikaa keessa jiraniin,
☞ Kanneen miidiyaaleerra hojjetaniin,
☞ Addunyaarrattii dhageettii guddaa kan
qabaniin dabalatee, beekamtii guddaan kan
keennameefi dha! Dabalataaniis jarreen kun
kan irrattii hirmaacha jiran yoo ta'uu,
bu'uurrii isaa garuu 'Falaasama illuminaatii'
dha!!
,
☞ Sad. 2ffaattii, kan innii irrattii xiyyeefatee,
➊ Qarshii Addunyaa kalaquu,fi
➋ Gabaa bilisaa Addunyaa uumuu, yoo ta'uu kanaafis kanneen akka IMF, WORLD BANK, IBS fi kkf gargaarsa ciimaa taasisaafii jiru!
☞ Hubadhuu ☜
☞ Qaarshiin isaanii hojiirraa kan ooluu yoo
ta'ee, namnii dirqamaan osoo hin ta'iin,
haallii isa dirqisiisee, fedhii isaatiin
(RFID666) 'Maayikiroo Chiippiisii' haarka isaa
mirgaa irrattii dhaabbataaf jechuudha!!
,
☞ Sad. 3ffaa irrattii, ammoo amantii irrattii
xiyyeeffatu!!
{As birattii kanan isin hubachiisuu,
➊ Paarlaamaan amantiiwwan Addunyaatiif
Pireezdaantiin amantii jiraachuun,
➋ Phaaphaasiin 'Firaansiis' jedhamuu,
kufaatii amantaawwan amma jiraniif ga'ee
guddaa taphachaa jiraachuu isaanii yaadaan
qaphadhaa!!}
,
☞ Maarree jarreen kunniin adeemsa amantii
amma jiruu jijjiiruun, Amantii haaraa
Addunyaa kalaquu jechuudha! "Sustainable
Development and Agenda 21" jechuun!!!
☞ Bara 2050 A.L.A ttii karoora keenya
galmaan nii geenya jedhaniituu amanuu!!
,
☞ Karaalee baay'ina uummataa hirriisaa jiran
keessaa,
,
➊ Eeyyama gaa'ila saala wal fakkaata
keennuufiin, namnii akka wal hin horree
gochuu,
➋ Taalallii uulfii akka hin uumamneef
ittiisuu, laachuu,
➌ Mirga uulfa ofirraa baasuu,
➍ Karoora Maatii,
➎ Jijjirama qilleensaa,
➏ walittii bu'insaa addunyaa irrattii
gaggeeffamuu qarshiin nama biituun namotni akka dhuman taasisuu, darbees haala qindeessuu fi k,k,f dha!
❖ Walii galatti Yaadotni isaan Qabatanii Soocho'aa jiran☜
➊ Mootummota Addunyaa diiguun, Addunyaa
mootummaa tokko jalatti bulchuu,
➋ Abbaa qabeenyummaa dhuunfaa diiguu,
➌ Jaalala biyyaa diiguu,
➍ Amantawwan jiran hunda diiguu,
➎ Seera Addunyaa haaraa uumuu!!
Seerichakeessattis,
☞ Amantaa tokko (illuminaatii)
☞ Polotikaa tokko, (illuminaatii)
☞ Biyya tokko, (illuminaatii) hundeessuu dha!!
☞ Share gotanii hiriyyota keessan barsiisuu hin dagatiinaa! Galatomaa!