Fayyinaa TV

Fayyinaa TV Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fayyinaa TV, TV Channel, Nekemt.

20/08/2025

KOONFIRAANSII HAFUURAA GUDDAA
Waldaa Amantoota Kiristiyaanaa Fayyinaa Guutuu Addunyaa
Hagayyaa 16-18/2017

Addemsa Waaqayyoo Wajjin Deemtu Keessa Mo'ataa Deemta | Lallaba Abbaa Mul'aata Alamuu BantiiLink Kanan Argatu 👉👉👉 https:...
13/06/2025

Addemsa Waaqayyoo Wajjin Deemtu Keessa Mo'ataa Deemta | Lallaba Abbaa Mul'aata Alamuu Bantii
Link Kanan Argatu 👉👉👉 https://youtu.be/v4fXAQIGNZs

Safuu Hojii Waaqayyoof | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu dhuga Bati Ajaa'ibsiisalink kanan argatu👉https://youtu.be/8Jnp6...
02/05/2025

Safuu Hojii Waaqayyoof | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu dhuga Bati Ajaa'ibsiisa
link kanan argatu👉https://youtu.be/8Jnp6QGKcd4

Isa 53:5 Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname,sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame;nuyi nagaa akka arg...
23/04/2025

Isa 53:5
Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname,
sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame;
nuyi nagaa akka argannuuf
inni in adabame,
madaa'uu isaatiinis fayyinni
nuuf in argame* HAPPY EASTER

Harka Waaqayyoo Warra Eggataan Hin Leeyya'ani | Lallaba Abbaa Mula'ata Alemu Bantilink kanan argatu👉https://youtu.be/FFz...
10/04/2025

Harka Waaqayyoo Warra Eggataan Hin Leeyya'ani | Lallaba Abbaa Mula'ata Alemu Banti
link kanan argatu👉https://youtu.be/FFzd1a_zsBE

18/03/2025

Waldaa Fayyinaa |

 === Isa Si Wamee Waaqayyoo Ketif Amanami.📖1 mot 3:14 Abbaan kee Daawit akkuma godhe, atis akka jaalala kootti yoo jiraa...
24/02/2025


=== Isa Si Wamee Waaqayyoo Ketif Amanami.
📖1 mot 3:14 Abbaan kee Daawit akkuma godhe, atis akka jaalala kootti yoo jiraatte, seerrata koo fi abboommii koo yoo eegde, bara dheeraa akka ati jiraattu nan godha" jedhe.

Isa Waaqayyoo siraa ka'e ulfinichaa egadhuu | kutaa 2ffaa  | Lallaba Abbaa Mula'ata Alemu Bantilink kanan argatu 👉👉👉http...
20/02/2025

Isa Waaqayyoo siraa ka'e ulfinichaa egadhuu | kutaa 2ffaa | Lallaba Abbaa Mula'ata Alemu Banti
link kanan argatu 👉👉👉https://youtu.be/QfOD7SZQn2Q

 === Isa Waaqayyoo si bira ka'e Ulffinichaa Egadhuu.📖Isa 62 -1 Qajeelummaan ishee akka biiftuu ganamaa hamma ol ba'utti,...
27/01/2025


=== Isa Waaqayyoo si bira ka'e Ulffinichaa Egadhuu.
📖Isa 62 -1 Qajeelummaan ishee akka biiftuu ganamaa hamma ol ba'utti, fayyinni ishees akka guca bobba'uutti hamma ibsutti, ani waa'ee Xiyooniif calluma hin jedhu, waa'ee Yerusaalemiif hin boqodhu. 2 Sabni lafa irraa qajeelummaa kee, mootonni hundinuus ulfina kee in argu; maqaa haaraa isa Waaqayyo ofii isaatii siif kenneen in waamamta;

3 ati akka gonfoo miidhaginaa fi akka marata mootiin mataatti maratuutti harka Waaqayyo gooftaa keetii keessatti in eegamta; 4 Ati si'achi, "Ishee gad dhiifamte" hin jedhamtu, ati, "Ishee ani jaalladhu" biyyi kees, "Ishee abbaa manaa qabdu" in jedhamti; Waaqayyo si jaallata'o, biyyi kees abbaa manaa in argatti.

20/01/2025

Address

Nekemt

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fayyinaa TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category