Daandii ishee sirrii page

Daandii ishee sirrii page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Daandii ishee sirrii page, Digital creator, East Wollega Nekemte,Town, Nekemt.

HOSAAYINAA,:hosaayina jennee faarfanna
28/04/2024

HOSAAYINAA,:
hosaayina jennee faarfanna

Maqaa waaqayyootiin Kan dhufu eebbifamaadha Ameen,:HOAAYINAA🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌵
28/04/2024

Maqaa waaqayyootiin Kan dhufu eebbifamaadha
Ameen,:HOAAYINAA🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌵

Baga Geessan ijoolleen waaqayyo
28/01/2024

Baga Geessan ijoolleen waaqayyo

Eebbifamoo ababa saawuroos ebbii keessan nurra haa bulu
23/01/2024

Eebbifamoo ababa saawuroos ebbii keessan nurra haa bulu

Baga Guyyaa yaadannoo aboonni keenya itti muudaman Geessan
21/01/2024

Baga Guyyaa yaadannoo aboonni keenya itti muudaman Geessan

01/01/2024
Gabreeliin isin wajjin haa ta'uAmeenx3
28/12/2023

Gabreeliin isin wajjin haa ta'u
Ameenx3

Magaalaa guddoo walisoo keessatti yaa'iiwwan afuuraa kanaan dura qopheeffamaa turan keessaa kan fuula keenya dura gaafa ...
28/12/2023

Magaalaa guddoo walisoo keessatti yaa'iiwwan afuuraa kanaan dura qopheeffamaa turan keessaa kan fuula keenya dura gaafa amajjii 4-7/2016BAtti mana kiristaanaa tulluu gannataa qulqulleettii sillaasee walisootti qophaa'ee kan adda isa taasisu:-👇👇👇

➡Inni jalqabaa barteedhumaan yaa'ii dhuma waan jedhameef abelufaatu dhufa jedhanii awwaara kaasuu qofa osoo hin taane bifa bilchina qabuu fi adda ta'een bu'aa fi firii qabeessa ta'uun isaa haaldureedhuma qophiirraa of ibsa kanaaf adda taasisa....

➡Kan 2ffaa seeraaf sirna mana kiristaanaa eegaanii kan hundeeffaman waaldaaleen afuuraa magaalaa walisoo keessatti argaman tokkummaa faarfattootaa dabalatee kan tokkummaan itti tajaajilamanii fi tajaajilan sagantaa tokkummaa ta'ee hunda hammatee qophaa'uun adda isa taasisa....

➡Qabxiin 3ffaa fi hundaa ol kan ta'e ammoo abbaa hunda keenyaa kan ta'an biyyoota lallabaa godina keenyaaf magaalaa shaggar dabalatee hunda kan giddu galeeffate kan yeroon isaan barbaadu b/soota fi faarfattoonni akkasumas abboonni biroo affeeramuun yaa'icha adda isa taasisa...

➡Inni xumuraa ammoo uummanni magaalaa walisoo hundi ni hirmaataa jedhamee waan yaadamuuf hirmaattoota sagantichaatiif hanga manasaanitti kan gaggeessu geejjibni bilisaan qophaa'uun kuni abboonni fi haadholiin keenyas hundumtuu shakkii malee maaddii afuuraa kanarratti akka hirmaatan isaan dandeessisa jechuudha kanaaf saganticha adda isa taasisa.....

💚Waan kana ta'eef akkasumas sagantaa irraa hin hafamne waan ta'eef hundi keenya maatii fi firoottan hiriyoota keenya mara affeeruun sagantaa guddaa kana hirmaachuuf amuma kaasnee haa qophoofnu....💚

👉Yaa'ii kana milkeessuuf kasoominaan dadhabaa waan jirtuuf waaqayyoo gooftaan haftee bara kee mana isaa keessatti siif haa eebbisu....

'aa_Girmaayee

just
16/12/2023

just

Address

East Wollega Nekemte,Town
Nekemt
NEK

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daandii ishee sirrii page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share