Sôresâ Jârâ -The Billionairê

Sôresâ Jârâ -The Billionairê The Billionairê
https://www.youtube.com/-w5x 👈 Linkii Kana Gadi Qabaati Maaatii Ta'a.
(12)

Hiikoo Jireenyaa..............💫💥✍️♥️⎯Fuula Kana Hordofa ⎯⃝🤍 ❣∙──༅༎﷽༎༅──∙❣..................................................
21/07/2025

Hiikoo Jireenyaa..............💫💥✍️♥️
⎯Fuula Kana Hordofa ⎯⃝🤍 ❣∙──༅༎﷽༎༅──∙❣
........................................................................................................... ......................................................................................................... ............................................................................................................................................................................................. ...........................................................................................................................................................................................................................
Seenaa kana yoo dubbifte ofitti amanamummaa tokko horatta! Yeroo tokko namicha tokko jalaa Harreen isaa boolla guddaa keessa jalaa buute. Isa booda harree kana baasuuf erga xiqqoo yaalee booda waan isaaf hin mijanneef 'kan boolla bu'e harreedha!' jedhee itti dhiise! Harree yeroo isheen lafa irra jirtu amma barbaade itti fe'atee, karaa dheeraa ba'aa baachisee imalaa ture hardha boolla buunaan achitti dhiisuuf murteesse. Isa booda akka isheen achumatti duutee badduuf biyyoofi kosiiwwan garaa garaa itti gatuu eegale!

Yeroo kosii itti gatus Harreen kun ofirraa hurgufaadhuma luka ishee jala oolchaa dhufte. Akkuma kanaan kosii hedduu boolla Harreen kun itti kuftetti gatuu eegalan namoonni naannoo sanaa! Harreen kunis ofirraa hurgufaadhuma kosii kana irra oolaa dhufte. Kanuma keessa boolli kun kosiidhaan guute! Yeroo inni guutaa deemetti Harreen kun boolla keessaa oluma dhiyaachaa deemtee dhuma irratti boolla keessaa baate! Achumaan warra isheetti kosii gataa turanitti halaaktee bira darbitee bosona seente. Achumaan bara baraaf birmadummaa ishee labsattee taatee hafte!

Takka takka boollatti si darbatanii yoo kosiis sitti gatan jabaadhuuma ofirraa hurgufi! Kosiin kun riqaa ati ittiin boolla keessaa........

20/07/2025

  for watch more 👆👆👆👆.:::█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░...
20/07/2025

for watch more 👆👆👆👆.
:

:
:
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

Hiikoo Jaalalaa..............💫💥✍️♥️⎯Fuula Kana Hordofa ⎯⃝🤍 ❣∙──༅༎﷽༎༅──∙❣...................................................
20/07/2025

Hiikoo Jaalalaa..............💫💥✍️♥️
⎯Fuula Kana Hordofa ⎯⃝🤍 ❣∙──༅༎﷽༎༅──∙❣
........................................................................................................... ......................................................................................................... ............................................................................................................................................................................................. ...........................................................................................................................................................................................................................
Seenaa kana yoo dubbifte ofitti amanamummaa tokko horatta! Yeroo tokko namicha tokko jalaa Harreen isaa boolla guddaa keessa jalaa buute. Isa booda harree kana baasuuf erga xiqqoo yaalee booda waan isaaf hin mijanneef 'kan boolla bu'e harreedha!' jedhee itti dhiise! Harree yeroo isheen lafa irra jirtu amma barbaade itti fe'atee, karaa dheeraa ba'aa baachisee imalaa ture hardha boolla buunaan achitti dhiisuuf murteesse. Isa booda akka isheen achumatti duutee badduuf biyyoofi kosiiwwan garaa garaa itti gatuu eegale!

Yeroo kosii itti gatus Harreen kun ofirraa hurgufaadhuma luka ishee jala oolchaa dhufte. Akkuma kanaan kosii hedduu boolla Harreen kun itti kuftetti gatuu eegalan namoonni naannoo sanaa! Harreen kunis ofirraa hurgufaadhuma kosii kana irra oolaa dhufte. Kanuma keessa boolli kun kosiidhaan guute! Yeroo inni guutaa deemetti Harreen kun boolla keessaa oluma dhiyaachaa deemtee dhuma irratti boolla keessaa baate! Achumaan warra isheetti kosii gataa turanitti halaaktee bira darbitee bosona seente. Achumaan bara baraaf birmadummaa ishee labsattee taatee hafte!

Takka takka boollatti si darbatanii yoo kosiis sitti gatan jabaadhuuma ofirraa hurgufi! Kosiin kun riqaa ati ittiin boolla keessaa........

18/07/2025

💥Bara bofti nama nyaatte;lootuun nama kajeelti🦻✍️

16/07/2025

Gaafa siif qajeelu gingilchaanuu bishaan siif baata... Robert Sanchez👏👏👏

Address

Nekemt

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sôresâ Jârâ -The Billionairê posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sôresâ Jârâ -The Billionairê:

Share