Wallaggaa press

Wallaggaa press It is useful site

31/08/2025

Israel
I am amazed with the way they eliminate the leader they want to kill in:
Libanon
Gaza
Iran
Yemen
Soria.

19/04/2025

Biyyi kun cubbuudhaan laaqamaa jirti. waan tokkollee kara seeraa hin argattu. nama beekuu ykn qarshii qabaachuu si gaafata. maal nuuf wayyaa warra lamaan isaa hin qabneef?

Maal ta'a utuu namni akka Amerikaa fi israa'el kana wal jaallatee! Na inaafsiisee dhugaa!
03/08/2024

Maal ta'a utuu namni akka Amerikaa fi israa'el kana wal jaallatee! Na inaafsiisee dhugaa!

24/08/2023

Russias hand is long enough!!!

13/08/2023

I heard that the war became Faannoo vs Amhara Izbawwi Gimbar!

03/05/2023

Mootummaa ce'umsaallee shimeetu dida.

25/04/2023

Marii araaraa WBO fi Mootummaa irratti namootni hirmaatan beekamanii jiru.
- - -
Mootummaa kan bakka bu'an:
1) Dr. Geediyoon Ximootiyoos
2) Amb. Reeduwaan Huseen
3) Kaffaaloo Tafarraa
4) Jeneraal Demissi
5) Obbo Boonsaa
- - -
ABO-WBO kan bakka bu'an:
1) Jireenyaa Guddataa
2) Prof. Mohaammed Hasan
3) Obbo Tahaa Abdii
4) Paaster Bantii Ujuluu
5) Obbo Warquu
- - -
Qaamni sadaffaan:
1) Mootummaa Keeniyaa
2) Mootummaa Noorwey
3) IGAD

Ni knowledge to analysis politics! Gurraa b***a!!!
17/04/2023

Ni knowledge to analysis politics! Gurraa b***a!!!

16/04/2023

Hiriyoonni koo hunduu baga ayyaana du'aa ka'uu geessan!!!

13/04/2023

Dirreen TPLF Mekele Bahirdaritti jijjiiramuu mala!

Definition of Oromummaa according to her "Jechi 'Oromummaa' jedhu jechoota lama ‘Oro’ fi ‘ummaa’ kan jedhaman irraa dhuf...
13/04/2023

Definition of Oromummaa according to her "Jechi 'Oromummaa' jedhu jechoota lama
‘Oro’ fi ‘ummaa’ kan jedhaman irraa dhufe.
‘Ummaa’ jechuun 'Finxaalessummaa Islaamaa' jechuudha. Kanaafuu, Oromummaan Diina Itoophiyaati."

Address

Nekemte
395

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wallaggaa press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share