Obsa Shimelis

Obsa Shimelis The official page of Obsaa Shimallis nama biyya Oromoo. Galatooma! Obsaa Shimallis nama biyya Oromoo πŸ–€β€πŸ’Ÿ

Bahirdar University tti yeroo amma barataa seeraa kanan tahe, yoo fedha waaqayyoo tahe fuula duratti lammii koo haqaaf haqaan tajaajiluun abjuukoo ijoollummaati.

Amen life πŸ™
17/08/2024

Amen life πŸ™

22/01/2024


Akkatti bule abbaasaatu beekaπŸ€•

22/01/2024
28/11/2023

DubbisimeeπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

1. "Mo'attoonni waan adda ta'e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta'een hojjetu." (Shiiv keeraa)
2. "Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu itti baay'ata." (Shiiv keeraa.)
3. "Namni Kamillee miilla dhoqqeedhaan Sammuu koo irra akka ejjetu hin eeyyamu."(M. Gaandii)
4. "Hin danda'amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha." (N. Maandellaa. )
5. "Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari'u; jaalalatu jibba ari'a." (Maartiin Luuter Kiingi. )
6. "Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta'uu qaba, hin jedhin." (Maartiin Luuter Kiingi. )
7. "Addunyaan kun bor nii baddi yoo naan jedhan illee har'a sanyii facaasuu hin dhiisu." (Maartiin Luuter Kiingi. )
8. "Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama." (Riichaard Niiksoon.)
9. "Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha." (Albeert Inestaayin. )
10. "Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu." (Albeert Inestaayin. )
11. "Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda'e." (Iyezak niiwtan. )
12. "Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora mataa kee miti, Carraadha. Garuu yop hiyyeessa taatee duute dogoggora mataa keedha." (Biil Geet. )
13. "Karaa milkaa'inatti geessu hin beeku yoon ta'ellee karaa kufaatiitti geessu garuu nan beeka. Innis namoota hundumaa gammachiisuuf dhama'uudha." (Biil koosbiil)
14. "Kun hundumtuu ta'ullee, ani garuu ammayyuu ilmaan namootaa uumama isaanii irraa jalqabanii gaariidha jedheen yaada." (Haannaa Firaank. )
15. "Maqaa diinota kee fi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin. Balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi."(Joon F Keenedii. )
16. "Addunyaa kana irraa wanti baay'ee nama gaddisiisu, utuu ija qabanii mul'ata dhabuudha."( Heelen kiiler. )
17. "Hiyyumnis ta'u soorumni bu'aa ilaalcha keenyaati." (Naappooliyoon Hiill)

Address

Anno/naqamte/Ethiopia
Nekemte

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa Shimelis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share