19/01/2026
Lagaafi gandaan walqoqqooddee waljibbita taanaan ati Oromoo miti. Oromoon tokkuma garaagarummaan jiru loogaafi walirraa fageenya qofa. Kanaaf, Oromoon Bahaa, kan Lixaa, kan Kaabaafi Kibbaa tokko ta'ee walkabajuufi waljaallachuun dirqama Oromummaati! ✅