Wallaga FC

Wallaga FC Oromia is an independent, nonpartisan and nonprofit news company whose mission is to produce original and citizen-driven reporting on Oromia.

The Wallaga FC (Western Eagles) Project aims to provide underprivileged children and youth (ages 6–18) in rural and semi-urban areas of Wallaga with access to organized football training, competitions, and life skills development through sport. Oromia gathers reliable news sources from inside Oromia. We're everywhere in Oromia. Follow us on our page for more reliable news sources

Culullicha kana!🥅🧤⚽️Jireenyaa, Karra eegaa guddicha Wallaga FC isa saffisa isaatti fayyadamee kallattii hundatti barrisu...
11/05/2026

Culullicha kana!🥅🧤⚽️

Jireenyaa, Karra eegaa guddicha Wallaga FC isa saffisa isaatti fayyadamee kallattii hundatti barrisu sanadha. Liigii Gadaa qopheessummaa Oromia Football Federation Magaalaa Ambootti qophaa'e irratti taphoota hunda irratti hiriiree gahumsa ajab nama jechisiisu agarsiisaa ture. Tapha xumuraa gareen keenya taasise irratti rukkuttaa adda baastu qoluun, Deeggartoota Kilaba keenyaa Galaana gammachuuu daaksise!

Tuutni qarqara Amboo Goal FIFA cinaatti argaman iyyan, fooricaan fi Burraaqsaan sagalee firiimbii Abbaa Murtee walakkeessa dirree osoo hin dhaga'iin gammachuun butamanii dirree keessa guutuun taphattootatti marman!....Kannneen fuul-barruu keenya miidiyaa hawaasaan bakka garaagaraatii taphicha hordofaa turani bakkuma jiran taa'uun gammachuu isaanii ibsataa turan! Gareen keenyas ji'oota muraasa gidduutti leenji'uun 1ffaan xumuruun taphicha afaan hidhe!

Tapha Geebaaf Magaalaa Adaamaatti gareen keenya Baatii Adoolesssaa keessa taasisuuf abbaa geebaa ta'uuf shaakala wal irraa hin cinnee geggeessuu irratti argama!

Wallaga FC-->Warshaa Dhalootaa...⚽️✊️

Wallaga FC|Mandii⚽️🦅🦅🦅Coach; Efrem Ebisa Keneni Wallaga FC---Warshaa Dhaloota Kumaatamaa⚽️⛹️‍♂️⛹️‍♂️⛹️‍♂️⛹️‍♀️⛹️‍♀️⛹️‍♀️...
11/05/2026

Wallaga FC|Mandii⚽️🦅🦅🦅

Coach; Efrem Ebisa Keneni

Wallaga FC---Warshaa Dhaloota Kumaatamaa⚽️⛹️‍♂️⛹️‍♂️⛹️‍♂️⛹️‍♀️⛹️‍♀️⛹️‍♀️⛹️‍♀️⛹️‍♀️

10/05/2026

Wallaga FC|Arjoo Guddattuu⚽️🦅

Karra eegdota kallatti hundatti barrisuu danda'an!🥅🧤⚽️

Coach: Gole Endale

Wallaga FC-Warshaa Dhaloota Kumaatamaa...⚽️🏃🏃🏃🏃🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️

10/05/2026

Wallaga FC|Mandii ⚽️ 🦅🦅

Coach: Efrem Ebisa Keneni

Wallaga United Sports Association
Wallaga FC-Warshaa Dhaloota Kumaatamaa!⚽️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃🏃🏃🏃🏃

09/05/2026

Shamarran Wallaga FC|Saasiggaa⚽️🦅🦅

Coach: Lelisa Hambisa
Feyisa Tamene

Wallaga United Sports Association
Wallaga FC, Wabii dhalootaa...⚽️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️

Wallaga FC|Arjoo Guddattuu⚽️🦅🦅Godina Wallaggaa bahaa Aanaa Diggaa Bulchiinsa Magaalaa Arjoo Guddatuutti kan argamu Piroj...
09/05/2026

Wallaga FC|Arjoo Guddattuu⚽️🦅🦅

Godina Wallaggaa bahaa Aanaa Diggaa Bulchiinsa Magaalaa Arjoo Guddatuutti kan argamu Pirojektiin keenya Wallaggaa FC shaakala isaa itti fufee geggeessuu irratti argama.

Pirojektiin keenya Wallaga FC'n, Guca milkaa'inaa nuti qabsiisaa jirru kun gola Wallaggaa hundatti ifee muldhachaa jira. Ol guddattoota irratti hojjechuu dhabuun hongee taphattoota baasuu dadhabuun naannoon keenya hubame ture seenaa gochuuf Wallaggaa FC'n xiyyeeffannoo addaa kennuun tolaan leenjisuu irratti hojjechaa jirra.
Daandiin dura keenya jiru haamilee haawasa keenya irraa muldhatuun milkaa'ina qofaa ta'ee nutti argama. Nutis Wallaggaa Galaana taphattoota ni goona; Godinaalee Oromiyaa guutuuf illee calaqqee ni taana!⚽️✊️

Coach: Gole Endale
Wallaga United Sports Association
Wallaga FC-Western Eagles ⚽️ 🦅 ♥️:--->Warshaa Dhaloota Kumaatamaa..⚽️🏃🏃🏃🏃⚽️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🦅🦅

Wallaga FC Project|Bonaya Boshe|Jawwis 🦅Coach: Moti King
09/05/2026

Wallaga FC Project|Bonaya Boshe|Jawwis 🦅
Coach: Moti King

08/05/2026

Wallaga FC|Diggaa-->Arjoo Guddattuu⚽️🦅🦅

Karra eegdota qaxalee Wallaga FC'n qabu!.
Coach: Gole Endale

Wallaga FC, Warshaa Taphattootaa!⚽️❣️✊️

Wallaga FC|Haroo Limmuu⚽️🦅Coach: Firaankoon Temesgen Wallaga FC-Western Eagles ⚽️ 🦅 ♥️
08/05/2026

Wallaga FC|Haroo Limmuu⚽️🦅

Coach: Firaankoon Temesgen

Wallaga FC-Western Eagles ⚽️ 🦅 ♥️

08/05/2026

Wallaga FC|Mendi
Coach: Efrem Ebisa Keneni✍️🦅⚽️💪🏽

Leenjisaa Wallaga FC 🦅✍️Dambi Doolloo Roba A Dureso
08/05/2026

Leenjisaa Wallaga FC 🦅✍️Dambi Doolloo Roba A Dureso

Address

Wallaga Stadium
Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wallaga FC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Wallaga FC:

Share