BT Sport Afaan Oromo

BT Sport Afaan Oromo Oduuwwaan Ispoortii'Haala Yeroo'Gaabaa'Bashannana fi kan kk fakkanatan

Liverpool FC jedhamu❤️❤️❤️waraana bara dorgommii 2025/26 hidhannoo kana fakkatuun qopha'eedha🔥🔥🔥🔥
01/08/2025

Liverpool FC jedhamu❤️❤️❤️

waraana bara dorgommii 2025/26 hidhannoo kana fakkatuun qopha'eedha🔥🔥🔥🔥

.⏳Super Koompitar Tilmaama Injifannoo Waancaa pirimer liigii bara dorgommii dhufuu Maan Siitiif laate. Arsenaal Akkuma b...
30/07/2025

.
⏳Super Koompitar Tilmaama Injifannoo Waancaa pirimer liigii bara dorgommii dhufuu Maan Siitiif laate. Arsenaal Akkuma baroota darbanii sadarkaa 2ffaan Xumuraa jedha Liverpool immoo 3ffaadha.

Official 🔥Bayyer Munich Luis Diaz mallatesifachu ifatti beeksise.
30/07/2025

Official 🔥

Bayyer Munich Luis Diaz mallatesifachu ifatti beeksise.

HERE WE GO🔥🔥 Aron Ramsdel Gara Newcastle United
29/07/2025

HERE WE GO🔥🔥
Aron Ramsdel Gara Newcastle United

Official Manchester Sitiin Jems Traford mallatesifachuu ifatti beeksise.
29/07/2025

Official

Manchester Sitiin Jems Traford mallatesifachuu ifatti beeksise.

.🔂Al Nassr Jaahoo feliksi koontiraata waggaa 2tiin hanga bara 2027tti Mallatteessifachuu ifoomsee jira.
29/07/2025

.
🔂Al Nassr Jaahoo feliksi koontiraata waggaa 2tiin hanga bara 2027tti Mallatteessifachuu ifoomsee jira.

Chelsiin daldalatti jira🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️
29/07/2025

Chelsiin daldalatti jira🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️

Maanchister Siitiin Jeems Tiraafoordiin kontiraata hanga bara 2031 mallatteessise.Fabrizio Romano
29/07/2025

Maanchister Siitiin Jeems Tiraafoordiin kontiraata hanga bara 2031 mallatteessise.

Fabrizio Romano

Morkiin ammas itti fufeera.Man United or Newcastle United
29/07/2025

Morkiin ammas itti fufeera.

Man United or Newcastle United

29/07/2025

Odeefannoo Jijjirraa taphatoota fi Taphoota michooma kilaboota degartaani, akkasumas kanneen ispoortin wal qabataan argachuuf Fuula Page keenya kana Follow godha🙏🙏

Eenyuun argaa jirtu Mee??
29/07/2025

Eenyuun argaa jirtu Mee??

Shampiyoona atileetiksi Addunyaa 20ffaa tokyo irratti Jiila Ethiopia bakka bu'uu
29/07/2025

Shampiyoona atileetiksi Addunyaa 20ffaa tokyo irratti Jiila Ethiopia bakka bu'uu

Address

Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BT Sport Afaan Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share