Ijoollee Baalee

Ijoollee Baalee “Strong minds discuss ideas, average minds discuss events, weak minds discuss people.” (Attributed)

🕊️ Gadda Guddaa Gaazaa 🇵🇸Har'a sirni awwaalchaa waloo wareegamtoota hedduu Gaazaa keessatti gaggeeffame. Reeffi namoota ...
04/08/2026

🕊️ Gadda Guddaa Gaazaa 🇵🇸

Har'a sirni awwaalchaa waloo wareegamtoota hedduu Gaazaa keessatti gaggeeffame. Reeffi namoota 100 ol ta'an kabajaan awwaalame. Maatiin isaanii fi uummanni kumaatamaan lakkaa'aman imimmaan waliin isaanii geggeessan.

Rabbiin wareegamtootaaf araara haa godhu. Maatii isaanii fi uummata Gaazaaf obsa fi jajjabina haa kennu.

Nagaan, haqni fi araarri addunyaa irratti haa babal'atu. Waraanni fi dhangala'aan dhiigaa akka dhaabbatu hawwina.

🤲 "Yaa Rabbii, nagaa fi araara addunyaaf buusi."

🇵🇸🕊️

Maashaa allaa Haniif Dajanee Alamuu
31/07/2026

Maashaa allaa Haniif Dajanee Alamuu

Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame. Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa  Kutaa 6...
31/07/2026

Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame.

Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera.

👉 Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera.

👉Barattoota qormaata fudhatan 517,209 keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban barattoota 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera.

Barattoota qormaata fudhatan:
📍Dhiira 267,307 keessa 91.2% fi
📍Dubara 249,902 keessaa 88.4% darbaniiru.

Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf Liinkii asii gaditti dhihaate banuun; Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun
Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu.

Liinkii:- https://oromia6.ministry.et

Adoolessa 24, 2018
Finfinnee

Ijoollee Baalee

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Themy Legends, Qal'aatus Daadhiin Daammumaa
30/07/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Themy Legends, Qal'aatus Daadhiin Daammumaa

29/07/2026
Daqiiqaa qofatu hafe
19/07/2026

Daqiiqaa qofatu hafe

🎉🏆 TILMAAMAA BADHAAFAMAA – WAANCAA ADDUNYAA FIFA 2026 🏆🎉

⚽ Fiinaalii Waancaa Addunyaa
🇪🇸 Spain 🆚 🇦🇷 Argentina

🗓️ Dilbata, Adoolessa 19, 2026
🕒 Sa'aatii 10:00 Galgalaa (Sa'aatii Itoophiyaa)

🔥 IJOOLLEE BAALEE irraa carraa addaa!

Namoota 5 dursanii tilmaama sirrii (bu'aa xumuraa) comment jalatti barreessan keessaa tokkoon tokkoon isaanii Birrii Itoophiyaa 200 ni badhaafamu.

💰 Badhaasa waliigalaa: Birrii 1,000 (200 × 5)

📌 Seerota Hirmaannaa

✅ Page Facebook Ijoollee Baalee Follow godhaa.
✅ Tilmaama keessan comment tokko qofa keessatti barreessaa.
✅ Erga comment gootanii booda edit gochuun hin hayyamamu.
✅ Post kana Like godhaa.
✅ Michoota keessan biratti Share godhaa.

📢 Fakkeenya:
Spain 2–1 Argentina
ykn
Spain 1–1 Argentina (Penalty Spain)

⏳ Ariifadhaa! Tilmaamni keessan yeroo taphi jalqabu dura qofa fudhatama qaba.

🍀 Hirmaattota hundaaf Carraan gaariin isiniif haa ta'u!

📍 Ijoollee Baalee – Odeeffannoo, Bashannanaa fi Badhaasa Isiniif Dhiyaatu!

🎉🏆 TILMAAMAA BADHAAFAMAA – WAANCAA ADDUNYAA FIFA 2026 🏆🎉⚽ Fiinaalii Waancaa Addunyaa🇪🇸 Spain 🆚 🇦🇷 Argentina🗓️ Dilbata, A...
17/07/2026

🎉🏆 TILMAAMAA BADHAAFAMAA – WAANCAA ADDUNYAA FIFA 2026 🏆🎉

⚽ Fiinaalii Waancaa Addunyaa
🇪🇸 Spain 🆚 🇦🇷 Argentina

🗓️ Dilbata, Adoolessa 19, 2026
🕒 Sa'aatii 10:00 Galgalaa (Sa'aatii Itoophiyaa)

🔥 IJOOLLEE BAALEE irraa carraa addaa!

Namoota 5 dursanii tilmaama sirrii (bu'aa xumuraa) comment jalatti barreessan keessaa tokkoon tokkoon isaanii Birrii Itoophiyaa 200 ni badhaafamu.

💰 Badhaasa waliigalaa: Birrii 1,000 (200 × 5)

📌 Seerota Hirmaannaa

✅ Page Facebook Ijoollee Baalee Follow godhaa.
✅ Tilmaama keessan comment tokko qofa keessatti barreessaa.
✅ Erga comment gootanii booda edit gochuun hin hayyamamu.
✅ Post kana Like godhaa.
✅ Michoota keessan biratti Share godhaa.

📢 Fakkeenya:
Spain 2–1 Argentina
ykn
Spain 1–1 Argentina (Penalty Spain)

⏳ Ariifadhaa! Tilmaamni keessan yeroo taphi jalqabu dura qofa fudhatama qaba.

🍀 Hirmaattota hundaaf Carraan gaariin isiniif haa ta'u!

📍 Ijoollee Baalee – Odeeffannoo, Bashannanaa fi Badhaasa Isiniif Dhiyaatu!

Address

Robe
4540

Telephone

+251948729062

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ijoollee Baalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ijoollee Baalee:

Shortcuts

Share