Ibsa Abdi

Ibsa Abdi "Qaalii Dhabnee Qaanitti Hafne"

Laga ''RAAMMIS'' Baankii isaatii wajjiin koottaa dhugaa
28/03/2026

Laga ''RAAMMIS'' Baankii isaatii wajjiin koottaa dhugaa

Habiibii kiyya qaalii baga naaf gammadde💪💪Dadhabbii firii keetii argitee baga har'a geesse.Congratulations my best frien...
15/03/2026

Habiibii kiyya qaalii baga naaf gammadde💪💪
Dadhabbii firii keetii argitee baga har'a geesse.

Congratulations my best friend💪💪

21/02/2026

Har'a isa kaleessaa caalaa uumaa keetti dhiyaadhu! 🙏

13/10/2025

"Kan Afaaniin firaa, gabaa iyyuu ni jira" jedhe Jedhan namichi.

02/08/2025

Nama ati beektu hunda keessa, Nama ati hin beeknetu jira.

24/07/2025

Farda ofii hin yaabbanne gonkumaa hin nyaachisin.

CONGRA HABIIBII KOO QAALII👏👏!Bu'aa bahii hedduu keessa dabartee as gahuun salphaa namatti fakkaatus bu'aa bahii sana dab...
24/06/2025

CONGRA HABIIBII KOO QAALII👏👏!
Bu'aa bahii hedduu keessa dabartee as gahuun salphaa namatti fakkaatus bu'aa bahii sana dabartee as gahuun hangam akka ulfaatu isuma beekuufiin dhiisa. Waggaa jaha(6) mitii ji'a jaha(6) mooraa yuuniversitii keessatti dabarsuun ammas hangam akka ulfaatu isuma beekuufiin dhiisa. Obboleessa koo; hiriyaa koo har'a digrii jalqabaa dr of DVM (dr of veterinary medicine from Haromaya university) irraa harkaan gahachuu keetti baga gammadde; congrats.
Gara fuulduraattis bakka guddaa akka geessu abdii guddaan sirraa qabu.

I'm proud of you my best friend 💪💪💪

Congratulations😘😘😘👏👏!

Address

Bale Robe, Ethiopia
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibsa Abdi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share