Sofumar Digital media

Sofumar Digital media Oromiyaa badhaatuu

Markaba Lolaa guddicha 🇱🇷  Iraan Ru**te jettu kanaan wal baraa mee.maqaan isaaa Abraham Lincoln (CVN-72) jedhama. dheeri...
01/03/2026

Markaba Lolaa guddicha 🇱🇷 Iraan Ru**te jettu kanaan wal baraa mee.
maqaan isaaa Abraham Lincoln (CVN-72) jedhama.

dheerinni isaa Staadiyoomii kubbaa miilaa 3 caala

Ulfaatinni isaa Tooni 100,000 ol ulfaata.

Saa'a takka keessatti 65KM ol deemuu dandaya🏃‍♀️

​Reeyaktaroota niwukilaraa lamaan hojjeta. kanaaf utuu boba'aa hin guuttatin waggoota 20 ol galaana irra turuu dandaya jedhama🫩

Xiyyaarota Waraanaa fi Helicopteroota waraanaa 80 haga 90 baachuu dandaya jedhama.

Yeroo tokkotti Loltootaa fi Ogeeyyota, Injeenerota 5000 haga 6000 tayan qabachuu dandaya.

Misaa'ila fagotti ufirraa qolata.

gabaabdumatti magaalaa tokko jechuun nidandayama Hubannoofi.

28/02/2026

With Alex Taye – I just got recognized as one of their top fans!

13/02/2026

With Håŕïs Ķä Päřïš – I just got recognized as one of their top fans!

13/02/2026

With San Hubataatu Arga – I just got recognized as one of their top fans!

‎Pirezidaantii MNO Jalqabaa Obbo Hassan Ali Godina Baalee Bahaatti Hojiiwwan  Misoomaa daawwatan! ‎******‎Godina Baalee ...
09/02/2026

‎Pirezidaantii MNO Jalqabaa Obbo Hassan Ali Godina Baalee Bahaatti Hojiiwwan Misoomaa daawwatan!
‎******
‎Godina Baalee Bahaatti Pirezidaantii MNO Jalqabaa Obbo Hassan Ali Hojiiwwan Misoomaa, Iddoo Turizimii Adunyaa, Iddoo Seena Qabeessa Holqa Soof Umer fi Projektii Finnaa Goydar dawwatanii jiru. Obbo Hassen Ali yeroo Godinicha gahanitti Simannnaan Hooggansa Ol-Aanoo Godina Baalee Bahaa, Jaarsolii Biyyaa, Hawaasni bal'aan simatamanii jiru.

‎Godinni Baalee Bahaa Godina Ambaassadara Nageenyaa tahuun hojiiwwan Badhaadhina hunda galeessa dhugoomsan itti hojjatamaa Jiraniidha.

Diinagdee Dargaggootaa itti fufiinsaan horachaa deemuun cimsuun Eeggattummaa irraa gara gargaarutti nu ceesisa.Tilmaa Ti...
09/02/2026

Diinagdee Dargaggootaa itti fufiinsaan horachaa deemuun cimsuun Eeggattummaa irraa gara gargaarutti nu ceesisa.
Tilmaa Tilmoo Or Abduu Abdaa

Pirisdantii MNO duraaniitii fi Bulchoota Godina Baalee Bahaa Soof Umaritti
09/02/2026

Pirisdantii MNO duraaniitii fi Bulchoota Godina Baalee Bahaa Soof Umaritti

Address

Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sofumar Digital media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sofumar Digital media:

Share