BALE TV

BALE TV This is a tv channel that present you daily news from Bale Robe city.

25/05/2023

😂😂😂😂😂😂 kolfa dhumne😂

25/05/2023

Zedo🔥🔥🔥🔥

Only in Africa😂
22/03/2023

Only in Africa😂

Waadaan galame raawwatameera!Obbo Tokkummaa Fiixee akkuma dheengadda waadaa galan guyyaa har'aa cheekii qarshii Miliyoon...
28/02/2023

Waadaan galame raawwatameera!

Obbo Tokkummaa Fiixee akkuma dheengadda waadaa galan guyyaa har'aa cheekii qarshii Miliyoona saddeetii kennaniiru.

Qarshii galii ta'e kanaanis meeshaaleen barbaachisaan bitamaa jira.

Guyyaa lama boodas imalli gara booranaatti ni taasifama.

Galatoomaa jenna‼️

Jabaa keenya💪💪💪 Baga si qabaanne🙏Obbo dinquu dayyaas uummta keenya booranaaf qarshii 1,000,000 gumaachaniiru!Galatoomaa🙏...
28/02/2023

Jabaa keenya💪💪💪 Baga si qabaanne🙏
Obbo dinquu dayyaas uummta keenya booranaaf qarshii 1,000,000 gumaachaniiru!
Galatoomaa🙏🙏🙏🙏

27/02/2023

Wayyoo sabakoo😭😭😭😭😭😭

Wayyoo lammiikoo ani haa beela'u😭😭😭😭Uuuuuuuffff...maaloo haa birmannu😥Aaaaaa...nama dhukkuba😥😥😥😥
24/02/2023

Wayyoo lammiikoo ani haa beela'u😭😭😭😭
Uuuuuuuffff...maaloo haa birmannu😥

Aaaaaa...nama dhukkuba😥😥😥😥

23/02/2023
17/02/2023

😂😂😂😂😂😂

16/02/2023

Isa hin dandeechu siin jedhaniin abdii hin kutin

16/02/2023

Kolfa dhumne😂😂😂😂

Dureessa keenya❤️❤️❤️
16/02/2023

Dureessa keenya❤️❤️❤️

Address

Bale Robe
Robe
4540

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BALE TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to BALE TV:

Share

Category