29/11/2025
🇪🇹🇪🇹🇪🇹
''Seenaan gootummaaa humna qilleensaa walharkaa fudhiinsa dhalootaan haaromfamee itti fufa'' L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa
Guyyaa hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaa sababeeffachuun Fiigichi Guddaa boru Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffama!