Qubee

Qubee Gandummaan Gadhummaadha! Dhugaan iccitiin ol baati, sobni utubaa dhugaa raasuuf dhamaati.....

Ogummaa China addunyaa raaje !Jabana kana keessatti argannoowwan dhalli nama argatu dhimma nageenyaa fi furmaataaf olchu...
01/03/2026

Ogummaa China addunyaa raaje !

Jabana kana keessatti argannoowwan dhalli nama argatu dhimma nageenyaa fi furmaataaf olchuu irra ol'aantumma fi taayitaa ofii isaanii ittin agarsiisuuf waan dhimma itti bahan jiran fakkaata, akkasumas ta'utti jira. Kalaqni ammayyaa kunneen dhamaatii fi dadhabbii dhala namaaf yoo oolan caalaa quubsaa ta'ee osoo jiruuti kan badiinsaa fi weerara walirratti gaggeessuuf addunyaan itti gargaaramaa jirtu. gidduu kana argannoo fooyyee ta'eefii, hooma waraana deegarru ifoomsitee jirti, kanaa achis guddinni dinqisiisan dhufuun ittuma fufa fakkaata. Biyyoonni haala yeroo kanas ogummaadhan hordofan dansaa jiru. Kanaaf china akka fakkeenyatti kaasna.

"Kan haadha koo fuudhe hunduu naaf abbaadha." Kan jedhe eenyuyyuu ? Raajiidha moo fajaajidha kun ?
21/02/2026

"Kan haadha koo fuudhe hunduu naaf abbaadha." Kan jedhe eenyuyyuu ? Raajiidha moo fajaajidha kun ?

Cultural friday, jummaa mubarek 😍
20/02/2026

Cultural friday, jummaa mubarek 😍

Biyyoon biyyoo adaree biyya magaalaa 😍 😘
19/02/2026

Biyyoon biyyoo adaree biyya magaalaa 😍
😘

Gore-Mattu ። Nagelle-Borana። Debra-Markos coming soon🤠
19/02/2026

Gore-Mattu ። Nagelle-Borana። Debra-Markos coming soon🤠

MAMA AFRICA 🥰
19/02/2026

MAMA AFRICA 🥰

Yoo abdiidhan fuulduratti ilaalle,Guyyaan hunduu barumsaa fi humneessitu mataa isaa qaba. Kufaatiif gufuus obsaan irraa ...
17/02/2026

Yoo abdiidhan fuulduratti ilaalle,
Guyyaan hunduu barumsaa fi humneessitu mataa isaa qaba. Kufaatiif gufuus obsaan irraa baruudha !

Are you kidding ? Us   I can't believe it.🤔
08/02/2026

Are you kidding ? Us I can't believe it.🤔

Rogeessa prof. Asmrom Legesse dhabuun guddaa nama gaddisiisa. Biyyoon isaanitti haa salphattu😢  R.I.P
05/02/2026

Rogeessa prof. Asmrom Legesse dhabuun guddaa nama gaddisiisa. Biyyoon isaanitti haa salphattu😢 R.I.P

I have no words but it motivate the kindhearted. 💪
01/02/2026

I have no words but it motivate the kindhearted. 💪

We are born to work, not to rewarded. Fighting alone💪
26/01/2026

We are born to work, not to rewarded. Fighting alone💪

Namoota keessa namni jira kan namooma qabu. Namummaa dhalootatti darbu, kan dhaloota ijaaru.
25/01/2026

Namoota keessa namni jira kan namooma qabu. Namummaa dhalootatti darbu, kan dhaloota ijaaru.

Address

Robe

Telephone

+251923510884

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qubee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qubee:

Share