Jaalala Fi Jechoota Jaalalaa

Jaalala Fi Jechoota Jaalalaa Jaalalli Dursaa Waan Hundumaati

12/07/2025

Hachaaluu 99ffaa kunooo😆🤣

27/06/2025

Jaalala🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹

Hacaaluu sirbaa miti qofa.Inni goota. Inni abbaa yaadati, Inni abbaa sabboonummaati.Jechoonni isaa bilchaata, Sirbi inni...
25/06/2025

Hacaaluu sirbaa miti qofa.

Inni goota. Inni abbaa yaadati, Inni abbaa sabboonummaati.
Jechoonni isaa bilchaata, Sirbi inni sirbe akka gootummaa. Jaala abbaa beekumsaa, Haceen mallattoo haqaati.

Jireenya isaatti abjuu qaba ture abjuu— sabni Oromoo akka of beeku, akka of kabaju, akka eenyumaaf hin bulle kan jajjabeessu ture. Falmii fi rakkoo uummata isaa bifa artiin biyyaa fi addunyaa dhageessise.
Inni afaan saba isaa ta’ee dubbate — yeroo uummanni callisetti afaan uummatichaa ta’ee quuqqaa sabicha bifa walaloon tarreessee yeedaloon yeedaleessee ibse.
Inni ajjee-fame malee, yaada isaa ajj-eesu hin dandeenye.

🖤 Gootni du’a hin sodaatu.
Hacaaluu du’aan boqote, garuu yaada isaa irratti gootummaa dhalootaaf dhiise.

Yeroo sirba isaa dhaga’u, tarii lubbuudhan ni jiraa laata jedheen yaada, garuu akka inni nubiraa sokke of amansiisuun yaala hin amanus.
Yeroo suura isaa ilaalu, ijatu imimmaanin guuta, boonyees sin deebifannu.
Yeroo maqaan isaa waamamu, gootummaan isaa qalbii kiyya keessaa ni ka’a.

Har’as si jaalanna.
Har’as si yaadanna.
Ati goota seenaa jiraatu, ati garaa fi yaada keenya keessa jiraatta.

🖤 “Dhugaa dubbachuun cubbuu miti. Gootummaa kee himuu qofaan hin dhaabatu. Wareegamni kee, ifa dhaloota keenyaati.”
Ati lubbuu keetiin sirna sobaa diiguuf lolte, si yaadanna!
✍️ Daniel Moti na Ofkalchaa!

🖤
🖤
🖤
🖤
🖤

🎯 Bomba Nukilaraa: Maaliif Sodaachisaa Ta'ee?Bomba nukilaraa jechuun meeshaa waraanaa suukanneessaa fi balaa hamaa qabu ...
23/06/2025

🎯 Bomba Nukilaraa: Maaliif Sodaachisaa Ta'ee?

Bomba nukilaraa jechuun meeshaa waraanaa suukanneessaa fi balaa hamaa qabu dha. Namoonni baayyeen wanti kun maal akka fakkaatu sirriitti hin beekan ta’a. Mee haala salphaan waan inni sodaachisaa ta’e akka itti hubattan haa ilaallu:

1. 💥 Barbadaa’insa Hamaa fi Ariifataa

Bomba nukilaraa tokko qofaan, magaalaa guutuu daqiiqaa muraasa keessatti barbadeessuu ni danda’a.

Lubbuun kumaatamaan galaafatama.

Warri lubbuu baasanii hafanis miidhaa cimaa qaamaa fi sammuu irratti ni dhufu.

2. ☢️ Raadiyeeshinii fi Miidhaa Yeroo Dheeraa

Bomba kanaan booda, raadiyeeshiniin bahe:

Kaansarii fida,

Rakkoo dhaloota,

Naannoo balleessa,

Jiraattoota yeroo dheeraaf dhukkubsataa taasisa.

3. 🌫️ Bona Nukilaraa (Nuclear Winter)

Bomba hedduun yoo waliin hojjatame, qilleensa keessaa uwwisaa aduu dhabamsiisu danda’a.

Kanaaf, lafa irratti ho'a hin jirre,

Qonna ni bada, beela guddaan ni dhufa.

4. 🌍 Balaa Addunyaa Guutuu Irra Ga’u

Bomba nukilaraa biyya tokko qofatti hin daangeffamu yeroo hojjatame, balaa isaa addunyaa guutuutti ni darbu.

Yeroo tokko yoo waraanni nukilaraa jalqabame, to’achuun rakkisaadha.

Addunyaan balaa guddaa keessa seenuu mala.

Barattee gaafa hojiii dhabduuuIsa hojii beekuuf akkanatti ciista 😄😄😄
22/06/2025

Barattee gaafa hojiii dhabduuu
Isa hojii beekuuf akkanatti ciista 😄😄😄

Gosoota dubartii yeroo walqunnamtii saa*laa.Yeroo walqunnamtii saa*laa dubartoonni hunduu amala garaa garaa akka agarsii...
02/10/2023

Gosoota dubartii yeroo walqunnamtii saa*laa.

Yeroo walqunnamtii saa*laa dubartoonni hunduu amala garaa garaa akka agarsiisan beekamadha. Dubartiin tokko kam jalatti akka argamtu baruu dandeessi. Dhiirris jaalallee/haadha warraa isaa kam jalatti akka ramadamtu beekuu danda'a

Dirty talker : Dubartiin isaan kun dhiira qaaman wal tuquun walqunnamtii saa*laa raawwachuu hin jaallatan. Irra caalatti message walii barreessudhaan fedhii baati. Yookin sagalee bilbilaatin. Qaama saa*laa isaarra jechoota inni fayyadamuutu ishee fedhii itti kaasa.

The dead body : Maquma isaarraa dubisuun akka danda'amutti dubartiin gosa kana jalatti ramadan akkuma reeffa du'eeti. Dhiira jala of gattee dubartii diriirtee ciistudha. Dhiirumatu kophaa isaa dafqee dhama'a malee ishiin waan takka hin sochootu. Dubartoonni gosa kana ofii isa hin gargaaran garuu immoo gadi ba'anii maqaa dhiiraa balleessudhaan warra beekamaniidha. Dubartoonni biyya keenyaa baay'een isaanii as jala galu.

The reducteros : Dubartoonni gosa kana walqunnamtii saa*laa bareeda jaalalaan guutame inni itti aanu akka inni hawwiin eegu warra taasisaniidha. Isaan kunis poosishinii garaa garaa hin beekan. Akkas godhi, akkana godhi hin jedhan. Calliste jala haa ciistu malee ishiin kun sagalee ni dhageessifti, ni aaddi, irra deddeebin maqaa isaa waaamun uuff damma koo jetti. Yeroo xumuruu geesses ni himatti. Dhungachuu irra kaastee yeroo fixaniin boodas morma jala seenuun dubartii gammadduu ta'uu ishee ibsituudha. Dubartii gosa kana dubartii waa'ee walqunnamtii saa*laa beektuu fi bishaan magaalaa dhamdhamteedha.

Adventurous : Dubartoonni yeroo walqunnamtii saa*laa amala akanaa qaban biyya keenya waan baramanii miti. Biyyoota birootti ni adeemsifamu. Gosti kuni humna fayyadamuun gammachuu argamuudha. Dubartiin ulee jaallatti jedhama. Gosti kun kaa fuula keessa kabaluun raawwata. Akkasumas boroo (teessuma) ishee kaballaan waaduun raawwachuu danda'a. Qabattoon reebuu, morma hudhuu faatu jira.
Waan dubbistaniif galatoomaa

29/03/2023

Lal galoo toooo

 :Sinan boona woleekooWoleekoo lixa biiftuuGaraan dhufakee eegduMee akkamiin haciistu~Sequuke akka cabbiiIlkaan keetu ad...
27/08/2022


:
Sinan boona woleekoo
Woleekoo lixa biiftuu
Garaan dhufakee eegdu
Mee akkamiin haciistu
~
Sequuke akka cabbii
Ilkaan keetu adiidha
Maddii keetu buskutii
Si'argachuun kajeela
~
Onneetu dhiiga raabsa
Iddarra dhangalaasee
Qobaa ta'een asaasaa
Kanaafan sibarbaade
~
Natti kottu suutumaa
Aadaa keetiin faayyami
Sin dhiisu haga dhumaa
Kottuu natti marami
~
Qalbiinko ala baatee
Galuu diddee manattuu
Nadhiis jedhee siwaamee
Sin fakkaatu martinuu
~
Miidhaga keetu addaa
Qalloo nyaara kuulanii
Utuu hin baasin adda
Maqaa sirra tuulani
~
Sibarbaachan geeraraa
Gibbii namaatti seenee
Gowwaan tokko yeelalaa
Shan gangalchee nareebe
~
Kan ciincessee nagubu
Xiifoon baadhu mataatti
Sin ugguru sin gurguru
Suman eegaa dabatti
~
Sidhabee hin jiraadhu
Gadadoof harka laadhee
Kan biraa hin barbaadu
Sijaallachuukoo gaabbee
~
Ja

Address

Ddu
Sabiyan

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaalala Fi Jechoota Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jaalala Fi Jechoota Jaalalaa:

Share

Category