05/11/2025
EBWHG Godina Horro Guduruu Wallaggaa Gamagama Hojii bara kana kan ji'a 4 fi sosochii waldaalee bu'uuraa bara 2018 ogeessotaa fi mgt Aanaa Godina kana jela jiranii fi ogeessota EBWHG Godinaa fi I/A Hogganaan EBWHG Godina Horro Guduruu Wallaggaa obbo Amdihuun Jimaa bakka jiraniitti har'a gaafa Guyyaa 26/02/2018 gamagamuu eegalee jira