O land media

O land media Connect news with the people to create active citizen
https://youtube.com/?si=BpB_tGLJVPa4Bw-_

27/09/2025
27/09/2025

listen

11/08/2025

"Waliin Qabna seenaa, Aadaa fi Amantii"

03/08/2025

Maal Kun😳🙆🙆🙆

Canada Tower♥️💚♥️
03/08/2025

Canada Tower♥️💚♥️

Boqochuu Barreessaa Kumsaa Burraayyuu yennaan dhagayu hedduun gadde. Kumsaan hayyoota asoosoma Afaan Oromoo barreessan w...
15/07/2025

Boqochuu Barreessaa Kumsaa Burraayyuu yennaan dhagayu hedduun gadde. Kumsaan hayyoota asoosoma Afaan Oromoo barreessan warreen jalqabaa keessaa angafa ture. Anis gaafan biyya Singaapporitti hogbarruu Afaan Oromoo baradhu kitaabban qu'adhe keessa ‘Suuraa ‘Abdii kan Kumsaa Burraayyuun barreeffame tokko ture. Waliigalatti kitaabbaniifi barreeffamoon Kumsaa dhaloonni keenya mi'aa hogbarruu Afaan Oromoo akka dhamdhamuuf kan karaa saaqan turan.

Kumsaadhaan walgahiilee Waldaa Qorannoo Oromoo irratti, akkasumas biyya Awutraliyaatti yennaa wal agarru yeroo dheeraa fudhannee dhimma hogbarruu Afaan Oromoo guddisuu haasofna turre. Torbanootuma muraasa dura naaf bilbile kitaaba kiyyarratti yaada bal'aa bilbilaan naaf laatee mari'achaa turre.

Jiruun addunyaa tanaa gabaabduudha. Lubbuun gaafa baatu hin beekan. Kanaafuu yeroo hamma qabnutti waan ummata fayyadaafi qalbii ifiitis gammachiisaa dalagnee dabruuf haa tattaafanu.

Kumsaa Burraayyuu biyyoon itti haa salphattu. Maatiifi firoota isaa, akkasumas jaallattoota hogbarruu isaaf jajjabina haa laatu! Jawar Mohammed

07/07/2025
06/06/2025

iid

Address

01
Shashemene

Opening Hours

Monday 02:00 - 03:00
Friday 00:00 - 02:45

Telephone

+251927238686

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when O land media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share