Obsaa Daily Post

Obsaa Daily Post Ragaa qabaatama

Duraanuu Sababni waa dhaba keenyaWol dhaba keenya. Darbii jiraadhu GalooObsaa Haacee
14/05/2023

Duraanuu

Sababni waa dhaba keenya
Wol dhaba keenya.

Darbii jiraadhu Galoo
Obsaa Haacee

09/04/2023

Ni jira pagen Kun ?

30/06/2022

Akki itti jiraatan hunduu jireenyuma

Ganama eebbifannee imaanaa fudhannee Wal argina jennee walii gallee baane Kaayyoo galmaan ga'uuf irree tokko taane Har'a...
03/05/2022

Ganama eebbifannee imaanaa fudhannee
Wal argina jennee walii gallee baane
Kaayyoo galmaan ga'uuf irree tokko taane
Har'aa garuu adda fafacaane
Kan jennee gadi taanee
Diinatti harka laannee
Ba'aa namaaf baannee

Eid MubarakBaga geesse
02/05/2022

Eid Mubarak
Baga geesse

02/05/2022

Former Oromia Media Network reporter

Gammachuu jedhamaa harkaan qaqqajeelche suura woliin ka'ee.Ka'ee hin beekuhojiin Body guardidha.
02/05/2022

Gammachuu jedhamaa harkaan qaqqajeelche suura woliin ka'ee.
Ka'ee hin beeku

hojiin Body guardidha.

Address

Nadhii Gammadaa
Shashemene

Telephone

+251912392512

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsaa Daily Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Obsaa Daily Post:

Share