ARSII PRESS

ARSII PRESS ARSOOMNI QORSOOMA! Warroomni sana hundaa caala

  News | መንግሥት ቆራጥ ውሳኔ ወስኗል🚨ምሽቱን ቀንደኛ አመፅና አድማ ቀስቃሾችን መልቀም ተጀምሯል።ለዛሬ በቀንደኞች ተጠርቶ የነበረው አድማና አመጽ በሁሉም ክልሎች ከሽፎ መደበኛ የጤና አ...
13/05/2025

News | መንግሥት ቆራጥ ውሳኔ ወስኗል🚨

ምሽቱን ቀንደኛ አመፅና አድማ ቀስቃሾችን መልቀም ተጀምሯል።

ለዛሬ በቀንደኞች ተጠርቶ የነበረው አድማና አመጽ በሁሉም ክልሎች ከሽፎ መደበኛ የጤና አገልግሎቶች ቀጥለዋል። በጥቁር አንበሳና ጳውሎስ ሆስፒታሎች የተወሰኑ አክራሪዎች በዜጎች ውድ ህይወት ለማፌዝ ሞክረዋል።

ከነገ ጠዋት ጀምሮ፥
1. ገና ኢንተርን ሳለ የሚያውከው ስልጠናው ይሰረዛል፣ ከትምህርት ገበታው ይሰናበታል፣
2. እስከ ጠዋት ሁለት ሰዓት በሥራ ገበታው ተገኝቶ ሪፖርት ያላደረገ ቅጥሩ ተሰርዞ ክፍት የስራ ቦታ ማስታወቂያ ይለጠፋል።
3. የህክምና ሙያና አክቲቪስትነት የተምታታበት ቀጣዩና የተመኘው መንግስት እስከሚመጣ ሌላ ስራ እንዲቀይር ይደረጋል።

ህግ ይከበራል 🇪🇹

  News | መንግሥት ቆራጥ ውሳኔ ወስኗል🚨ምሽቱን ቀንደኛ አመፅና አድማ ቀስቃሾችን መልቀም ተጀምሯል።ለዛሬ በቀንደኞች ተጠርቶ የነበረው አድማና አመጽ በሁሉም ክልሎች ከሽፎ መደበኛ የጤና አ...
13/05/2025

News | መንግሥት ቆራጥ ውሳኔ ወስኗል🚨

ምሽቱን ቀንደኛ አመፅና አድማ ቀስቃሾችን መልቀም ተጀምሯል።

ለዛሬ በቀንደኞች ተጠርቶ የነበረው አድማና አመጽ በሁሉም ክልሎች ከሽፎ መደበኛ የጤና አገልግሎቶች ቀጥለዋል። በጥቁር አንበሳና ጳውሎስ ሆስፒታሎች የተወሰኑ አክራሪዎች በዜጎች ውድ ህይወት ለማፌዝ ሞክረዋል።

ከነገ ጠዋት ጀምሮ፥
1. ገና ኢንተርን ሳለ የሚያውከው ስልጠናው ይሰረዛል፣ ከትምህርት ገበታው ይሰናበታል፣
2. እስከ ጠዋት ሁለት ሰዓት በሥራ ገበታው ተገኝቶ ሪፖርት ያላደረገ ቅጥሩ ተሰርዞ ክፍት የስራ ቦታ ማስታወቂያ ይለጠፋል።
3. የህክምና ሙያና አክቲቪስትነት የተምታታበት ቀጣዩና የተመኘው መንግስት እስከሚመጣ ሌላ ስራ እንዲቀይር ይደረጋል።

ህግ ይከበራል

Gaaffiin mirgaa gaafanne mootummaadha malee daldaltoota siyaasaa miti"Ejjannoon ogeeyyiin fayyaa marii guyyaa har'aatiin...
10/05/2025

Gaaffiin mirgaa gaafanne mootummaadha malee daldaltoota siyaasaa miti"
Ejjannoon ogeeyyiin fayyaa marii guyyaa har'aatiin tarkaanfachiisan
Gaaffii keenya ajaanda Siyaasaa godhachuu qaamni barbaduuf ni balaaleeffanna
Gaaffii keenya kan deebisu Mootummaadha malee qaama birootii miti

Hojii ogummaa keenyaa ummata keenyaa hojjachaa Mootummaa eegna malee ajandaa Biyya diiguu hin qabnu ,yoo biyyii hin jiraannee maal gaafanna?
Qaama Dawoo ogeeyyii godhatuu ni balaaleeffanna!

Haramaya General Hospital made staff meeting today.We Haramaya General Hospital  concluded our meeting with this power f...
10/05/2025

Haramaya General Hospital made staff meeting today.

We Haramaya General Hospital concluded our meeting with this power full slogan.

"We have COUNTLESS days to serve our people, not just a COUNTABLE day."

Jawweedhaaf!🤫🤫Ogeeyyiin fayyaa akkas jedhan "Ogeeyyonni fayyaa gaaffiin  mirgaa  mootummaa Keenya gaafanne  karaa nagaat...
10/05/2025

Jawweedhaaf!🤫🤫
Ogeeyyiin fayyaa akkas jedhan

"Ogeeyyonni fayyaa gaaffiin mirgaa mootummaa Keenya gaafanne karaa nagaatiin Akka nuuf deebi'u barbaanna malee ajandaa siyaasa finxaaleyyii ta'ee maqaa keennaan Akka daldalamu hin bar aannu.
kan hin barbaannee fi naamusa ogummaa fayyaa baranneen tajaajila fayyaa gonkumaa dhabuun ajandaa fi fedhii Keenna waan hin taaneef,qaamolee gocha akkanaa raawwatan ni balaaleeffanna."
Jawwee dhageessee

Guyyaa har'aa 📌Ogeeyyoonni fayyaa guyyaa har'aa akka   naannoo Oromiyaatti haala yeroo irratti mari'achaa oolan waadaa o...
10/05/2025

Guyyaa har'aa 📌
Ogeeyyoonni fayyaa guyyaa har'aa akka naannoo Oromiyaatti haala yeroo irratti mari'achaa oolan waadaa ogummaa keenyaaf galleef amanamnee ummata keenya tajaajila jedhan. Gaaffii mirgaa gaafannees qaajeeltoo fi haala qabatamaa biyyi keessa jirtu irratti bundaa'ee walhubannaadhaan nuuf hiikama jedhan. Humnoonni gaaffii nagaa gafanne bu'aa siyaasaaf oolfachuuf wixxifatanis dantaa keenya keessaa bahuu qabu jechuun akeekkachiisaniiru

"Tajaajilli ummata keenyaaf kenninu guyyaan kan daanga'ee miti." Ogeeyyii fayyaa Naannoo Oromiyaa Guyyaa har'aa mariin o...
10/05/2025

"Tajaajilli ummata keenyaaf kenninu guyyaan kan daanga'ee miti." Ogeeyyii fayyaa Naannoo Oromiyaa

Guyyaa har'aa mariin ogeeyyoota fayyaa waliin guutuu Oromiyaatti taasifame wal hubannaadhaan xummuramee jira. Ogeeyyiin fayyaa haala waliigalaa biyyaa fi addatti ammoo dhimma kenna tajaajila fayyaa fi dantaa ogummaa irratti mari'achaa oolan gaaffii mirgaa gaafnna malee taajijilli ummata keenyaaf kenninu guyyoota hin daangoofne jedhaniiru. Gaaffiin ka'es haala qabatamaa biyyaa fi qajeeltoo.bu'uura godhatee kan deebi'uu qabu malee akka daldaaltonni siyaasaa hawwan ummataa fi biyya gaaga'amaaf saaxiluun akka hin taane ejjennoo qabatanii jiru.

Daldaaltonni siyaasaas dhimma ogummaa keessaa harka isaanii akka kaasan waamicha dhiyeessaniiru.

" Gaaffiin mirgaa gaafanne mootummaadha malee daldaltoota siyaasaa miti"Ejjannoon ogeeyyiin fayyaa marii guyyaa har'aati...
10/05/2025

" Gaaffiin mirgaa gaafanne mootummaadha malee daldaltoota siyaasaa miti"

Ejjannoon ogeeyyiin fayyaa marii guyyaa har'aatiin tarkaanfachiisan Gaaffii keenya ajaanda Siyaasaa godhachuu qaamni barbaduuf ni balaaleeffanna
Gaaffii keenya kan deebisu Mootummaadha malee qaama birootii miti.

Hojii ogummaa keenyaa ummata keenyaa hojjachaa Mootummaa eegna malee ajandaa Biyya diiguu hin qabnu ,yoo biyyii hin jiraannee maal gaafanna?
Qaama Dawoo ogeeyyii godhatuu ni balaaleeffanna!

Gaaffii keenya ajaanda Siyaasaa godhachuu qaamni barbaduuf ni balaaleeffannaGaaffii keenya kan deebisu Mootummaadha male...
10/05/2025

Gaaffii keenya ajaanda Siyaasaa godhachuu qaamni barbaduuf ni balaaleeffanna
Gaaffii keenya kan deebisu Mootummaadha malee qaama birootii miti

Hojii ogummaa keenyaa ummata keenyaa hojjachaa Mootummaa eegna malee ajandaa Biyya diiguu hin qabnu ,yoo biyyii hin jiraannee gaaffii maal fayyada
Qaama Dawoo ogeeyyii godhatuu ni balaaleeffanna!

Address

Arsiipress@gmail. Com
Shashemene
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ARSII PRESS posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share