29/03/2026
Dhukkuba onnee manumatti fooyya'uu yoo barbaaddan wantoota armaan gadii kanneen fayyadamaa
˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝
1. Qullubbii adii:
• Qullubbii adii daakanii aannan burcuqqoo tokko wajji danfisuun, ganamaaf galgala dhuguu
◦Karkeddee/Hibiscus:
2. Baala ykn Daraaraa karkeddee/hibiscus daakkamaa maankaa xiqqaa tokko bishaan kubbaayyaa tokko keessatti danfisuun damma nadhii maankaa tokko itti dabaluun, torban 3 ykn 4f guyyaatti al tokko dhuguu.
3. Doobbii/nuttle:
• Baala doobbii kan gogfamee daakkame irraa maankaa sukkaaraa tokko bishaan burcuqqoo tokkootiin danfisanii ganama ganama nyaata dura dhuguu.
4. Irdii/tumeric
• Daakuu hirdii/irdii maankaa shoorbaa tokko bishaan ykn aannan kooppii tokko keessatti danfisuu.Torban sadii hanga ji’oota muraasaatti guyyaatti al tokko ykn lama dhuguu.
5.Shaayii Magariisaa(green tea)
Guyyaatti shaayii magariisaa sinii sadii hanga afuriitti dhuguu.
6. Moriingaa: Dhukkuba onnee fooyyessuu keessatti shaayiin moriingaa hedduu filatamaadha.
Mana Yalaa Aadaa MRJ
Address shashamane
Lakk bilbila 0703528105