Abdiisaa Bushuraa

Abdiisaa Bushuraa ሰው ያስባል ፈጣር ይፈፅማል ❤

''ስልጣናችንን ነገ ልናጣው እንችላለን'' የኢፌዴሪ ጠቅላይ ሚኒስትር አብይ አሕመድ አሊ ጠቅላዩ የቱሉ አራራ የተቀናጀ ሞዴል መንደርን በይፋ የመረቁ ሲሆን፤ በኦሮሚያኛ ቋንቋም ንግግር አድርገ...
08/01/2026

''ስልጣናችንን ነገ ልናጣው እንችላለን'' የኢፌዴሪ ጠቅላይ ሚኒስትር አብይ አሕመድ አሊ

ጠቅላዩ የቱሉ አራራ የተቀናጀ ሞዴል መንደርን በይፋ የመረቁ ሲሆን፤ በኦሮሚያኛ ቋንቋም ንግግር አድርገዋል፤ በብሄራዊ ቴሌቪዥን በተላለፈ በዚህ ንግግራቸው ''ነገ ስልጣን በእጃችን ላይኖር ይችላል ሲሉ ተደምጠዋል''።

‹‹ስልጣን ይሰጣል ጊዜው ሲደርስ ደግሞ ይሄዳል፤ ሲሄድ ከመጸጸት እድሉ ባለን ጊዜ ባለን አቅም የሰዎችን ህይወት በመለወጥ እኛም ተደስተን ህዝባችንንም አስደስተን፤ ህዝባችን በችግር ከማልቀስ ወጥቶ በፍቅር እና በምርቃት የሚያነባበትን ሁኔታ መፍጠር አለብን›› በማለት ተናግረዋል፡፡

ጠቅላዩ አክለውም ''ስልጣን ላይ ያላችሁ ሰዎች በወረዳ፣ በዞን እና ክልል የምታስተዳድሩ ሰዎች ይህን ጉዳይ በልባችሁ ማኖር አለባችሁ'' በማለት መልዕክት አስተላልፈዋል።

08/01/2026
08/01/2026
08/01/2026

Faayidaawwan Qabeenya Uumamaa Kunuunsuu,Misoomsuufi Eeguu !

Qabeenyi humna kuufamaa misooma biyya
Odeeffannoo dabalataa argachuuf
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
kallacha Oromia: https://m.facebook.com
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
You tube: https://www.youtube.com/
-------
TikTok: tiktok.com/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/

08/01/2026

Ulaan Galaanaa Haqa Itoophiyaati !
==

Ulaa galaanaa qabaachuun hawaas-dinagdee biyyaa milkeessuu keessatti bakka olaanaa qaba. Addunyaa irratti biyyootni baay'een ulaa galaanaa kan qaban yoo ta’u, biyyootni muraasni sababa garaagaraatin ulaa galaanaa dhabuun hirkattummaaf saaxilamanii jiru.

Biyyi keenya Itoophiyaanis waggoota dheeraaf ulaa galaanaa kan qabduufi itti fayyadamaa kan turte taatus shira garee muraasatiin qabeenya haqa waloo Itoophiyaanotaa ta’e ulaa galaanaa dhabde jirti. Kanaanis, biyyi keenya baay’ina uummataa, qabeenya dilbii fi dachii bal’aa qabattee osoo jirtuu ulaa ganaa dhabuun biyyoota ulaa galaanaa hin qabne keessaa tokko ta’uu dandeessee jirti. Sababa kanaanis baasii hin malleef akka saaxilamtu ta'ee jira.

Ulaa galaanaa dhabuun keenya, dingdeen biyyattii hanga barbaadamuun akka hin tarkaanfanne danqaa ta’aa tureera,ammas ta’aa jira. Sababa kanaan biyyi keenya, biyyoota ollaa irratti akka hirkattuufi baasii hin malleef akka saaxilamtu taasiseera.

Kunis dhaloota har'aaf ba'aafi dhaloota itti aanee dhufuuf immoo yaaddoo ta'ee jira.

Kanarraa ka'uun yeroo ammaa mootummaan ulaa galaanaa biyyi keenya shiraan dhabde deebisee argachuuf carraaqqii olaanaa taasisaa jira.Hojii hanga ammaatti xiiqiifi kutannoon hojjatameenis yeroo gabaabaa keessatti yaadama waggoota 30 darban dhimma ulaa galaanaa kaasuun akka qaanitti ilaalamaa ture cabsuun ajandaa addunyaa taasiseera.

Kanaaf uummatni biyya keenyaa hundi ulaan galaanaa Itoophiyaaf dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu ta'uu hubachuun carraaqqii moootummaan ulaagalaanaa shiraan dhabne deebisee argachuuf taasisaa jiru tumsuu qaba.

Qabeenyi humna kuufamaa misooma biyya
Odeeffannoo dabalataa argachuuf
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
kallacha Oromia: https://m.facebook.com
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
You tube: https://www.youtube.com/
-------
TikTok: tiktok.com/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/

08/01/2026
08/01/2026

Naannoo Oromiyaatti Olaantummaa seeraa kabachiisuun misooma hunda galeessa mirkaneessuun cimee itti ni fufa

Mudde 30/2018(ENA)-Naannoo Oromiyaatti Olaantummaa seeraa kabachiisuun hojiin misooma hunda galeessa mirkaneessuu cimee itti fufa jedhan hogganaan Biiroo Komunikeeshinii Naannichaa Hayiluu Addunyaa ibsan.

Naannichatti hanga ammaatti hidhattoonni duraanii kuma 22 ol ta’an waamicha nagaa motummaan taassiseef fudhachuun Leenjii haaromsaa fudhatanii gara hawaasatti makamuusaanii himuun, nageenya fudhachuu dhiisuun warra gocha badii itti fufanirratti tarkaanfiin seera kabachiisuu cimee itti fufa jedhaniiru.

Hogganaan Biiroo Komunikseeshinii Naannoo Oromiyaa Hayiluu Addunyaa, Haala misoomaa fi nageenyaa naannichaa yeroo ammaa ilaalchisuun ENA’f ibsa kennaniiru.

Mootummaan Naannichaa jijiiramaa booda qormaatilee isa mudatan keessaa bakkeewwan muraasa keessatti rakkoon nageenyaa akka ture yaadachuun, rakkoolee kana bu’uurarraa furuuf hojiin bal’aan hojjetamuu hubachiisaniiru.

Naannichatti olaantummaa seeraa kabachiisuun cinaatti qamoleen daandii dogongoraarra turan gara daandii nagaatti akka deebi’aniif waamichi tassifamneera jedhaniiru.

Waamicha nagaa mootummaan taasisee dabalatee Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Abbootii Amantaa fi Jaarsoliin biyyaa waamicha nageenyaa akka fudhataniif hojjetamuu ibsaniiru.

Bu’uuruma Kanaan hidhattoonni duraanii kuma 22 ol waamicha nageenyaa fudhachuun leenjii Haaromsaa fudhachuun gara jirenya nagaatti deebi’uusaanii ibsaniiru.

Hidhattoota duraanii keessaa kuma 10n kan ta’aniif carraan hojii kan uumameef yoo ta’u kanneen biroon akka fedhasaaniitti gara jireenya idileetti deebi’aniiru jedhaniiru.

Bakki hojii fi liqaan birrii Miiliyoona 581 isaaniif mijatee gara hojiitti akka galan ibsuun gara Barnootaa fi gara hojii mootummaatti kan deebi’an jiraachuu ibsaniiru.

Naannichatti olaantummaa seeraa kabachiisuun misooma hunda galeessa mirkaneessuun cimee itti fufa jechuun mirkaneessaniiru.

“Finxaalessummaadhaan qaama kaayyoo badiif hiriire hundi Afaan kamiyyuu dubbatu finxaalessaadha” kan jedhan Obbo Hayiluun, Finxaaleyyii Amaaraas ta’e Oromoo Tarkaanfiin finxaaleyyiirratti fudhatamu cimee itti fufa jedhaniiru.

Yeroo dhihoo Godina Horroo Guduruu fi Wallaga Bahaatti bakkeewwan muraasatti tarkaanfiin cimaan fudhatamee naannichatti nageenyi Amansiisaan bu’uu danda’eera jedhaniiru.

Afaan Oromoo

08/01/2026
08/01/2026

Xiyyeeffannoo Dinagdee Ijoofi Koriidoroota Misoomaa

- SHAGGAR — Akka Mandhee Dinagdee Afrikaatti
- BISHOOFTUU — Akka Magaalaa Turizimii Afrikaatti
- Magaalaa GADAA — Akka Wiirtuu Dinagdee Sektar-danuu Afrikaatti
- ADAAMAA — Akka Magaalaa Indastirii Afrikaatti

https://web.facebook.com/shimelisAbdisaOfficial/posts/810262778697972

08/01/2026

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ ለሁለት ቀናት ይፋዊ ጉብኝት ወደ ኢትዮጵያ የመጡትን የቻይና የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ዋንግ ይን በብሔራዊ ቤተመንግሥት ዛሬ ተቀብለዋል። ጉብኝቱ የወል ፍላጎት በሆኑ የሁለትዮሽ ግንኙነቶች እና ቀጠናዊ ጉዳዮች ላይ የሚደረጉ ውይይቶችን እንደሚያካትት ይጠበቃል።

Earlier today, Prime Minister Abiy Ahmed received the Minister of Foreign Affairs of China, Wang Yi, at the National Palace, on the occasion of his two-day official visit to Ethiopia. The visit is expected to include discussions on bilateral relations and regional issues of mutual interest.

መሪነት እና ሰብአዊነት አንድ ላይ ሲጣመሩ መሪነት ማለት አብሮ መብላት፣ አብሮ መሳቅ እና አብሮ መሆንም ጭምር ነው🎯በዓል ሲመጣ ጎረቤትን ማሰብ፣ ለደከሙት መድረስ እና ለሕፃናት ፈገግታን መለ...
07/01/2026

መሪነት እና ሰብአዊነት አንድ ላይ ሲጣመሩ

መሪነት ማለት አብሮ መብላት፣ አብሮ መሳቅ እና አብሮ መሆንም ጭምር ነው

🎯በዓል ሲመጣ ጎረቤትን ማሰብ፣ ለደከሙት መድረስ እና ለሕፃናት ፈገግታን መለገስ የኢትዮጵያዊነት ትልቅ እሴት ነው።ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ ዛሬ በጽሕፈት ቤታቸው ያደረጉት የመዓድ ማጋራት ተግባር፣ ይህንኑ እሴት በተግባር የገለጸ ነው። ማኅበረሰባችን የሁሉንም ዜጋ አስተዋጽኦ የሚያከብርበት እና ማንም ባይተዋር የማይሆንበትን መንገድ የሚያሳይ ሰብአዊ ተግባር ነው፡፡

Address

Shashemene

Telephone

916115086

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdiisaa Bushuraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category