OGM Karaa tooraa chaanaalii keenyaatiin oduuwwaan gaggabaaboo ijoofii waytaawoo ni argattu

17/11/2021

አይ ፎቅር🤔

04/04/2021

ዘግናኝ ቪድዮ
ሸዋሮቢት ላይ ኦሮሞችን ከ አቡላንስ አውርደው ሲጨፈጭፉ

03/04/2021

Maatiin keenya baayyachaa jirtu Jabaadhaa Qaxaleewwan keenya🙏🏾💪

Lola Oromoota walloofi humna addaa jidduutti gaggeefamaa ture keessatti injifannoo Oromoota wallootiin itti fufee jira.h...
21/03/2021

Lola Oromoota walloofi humna addaa jidduutti gaggeefamaa ture keessatti injifannoo Oromoota wallootiin itti fufee jira.humni addaa naannoo amaaraa baayyeen booji'amee jira.Haa ta'u malee Humni addaa naannoo tigraay gandoota baadiyaatti manneen lammiilee qonnaan bultootaa gubuu jalqabeera.

Lolli Ummata Walloofii Humna addaa naannoo Amaaraa jidduutti gaggeeffamaa ture Injifannoo Ummataatiin itti fufaa jiraatu...
21/03/2021

Lolli Ummata Walloofii Humna addaa naannoo Amaaraa jidduutti gaggeeffamaa ture Injifannoo Ummataatiin itti fufaa jiraatus humni Addaa naannoo amaaraa maddii maddiirra deemuudhaan manneen jireenya lammiilee nagahaa gubuun akkuma itti fufetti jira!

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OGM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to OGM:

Share