Feenet Sagalee ummataa

Feenet Sagalee ummataa Ani Oromookoof qaaliidha jaalatamaa kantaheef gumaa baasuun dirqama dha
(2)

Dhiira Waan itti  amaneef  amanamaa, Nama jaalaf jaaltummaaf dhugaa isaa galte qaanfatee dubbachuu hin dhiifne kana huba...
29/09/2026

Dhiira Waan itti amaneef amanamaa, Nama jaalaf jaaltummaaf dhugaa isaa galte qaanfatee dubbachuu hin dhiifne kana hubanneetuma ilaalcha isaa kabajneetuma bilisaan akka bobba'ee galu yoo goone Waaqatu jaalata.

https://www.fb.com/l/6lp1kJRRRItoophiyaa keessatti yakka ta'e malee biyyoota guddatan keessatti sirna bulchiinsa mootummaafi hooggantoota mootummaa qeequun qaroomina. Adeemsa isaanii akka ilaalaniifi waanta caalu ummata isaaniif akka hojjataniif isaan qopheessa.

Namoonni bulchiinsa mootummaa keessa jiranis qeeqa isaan irratti ka'u gamaggamuun waan sirrachuu qabu sirreessu. Yoo hubannoo fogoggoraa ta'e immoo ibsa ga'aan nama amansiisu. Biyya keenyatti waanti hundi bita galaadha. Mootummaafi hooggansa mootummaa qeeqxe jedhamtee ajjeefamta; yoo garaa laafan immoo ni hidhamta.

Akkasiin mirga dimokiraasii qormaata jala galchanii, qaroomina siyaasaa irraa nu fageessan. Taayyee Danda'aa Araddoo namoota dimokiraasiin mirga kenneef mulqamuun shiraan hidhaman keessaa tokkodha. Taayyee hiikaa!

15/08/2026
Hordoftoota koo ๐Ÿ’—๐Ÿฅฐ qaalii baga nagaa taataanOromummaan faaya ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’—โค๏ธ
15/08/2026

Hordoftoota koo ๐Ÿ’—๐Ÿฅฐ qaalii baga nagaa taataan

Oromummaan faaya ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’—โค๏ธ

Qajeelfama Jijjiirraa Barsiisotaa fi Hoggansa Manneen Barnootaa Fooyya'ee Qophaa'e. 28/11/2018 guutuu isaa pdfn telegraa...
15/08/2026

Qajeelfama Jijjiirraa Barsiisotaa fi Hoggansa Manneen Barnootaa Fooyya'ee Qophaa'e. 28/11/2018 guutuu isaa pdfn telegraama keenya irraa ni argattu https://www.fb.com/l/6lp1kJRRR

21/06/2026

Ibsaan aanaa coora kunoo

12/06/2026

uuuff akkam jirtu ummata Oromoo
maaliif baddee jettani utuu naan....dhufeera

Waliin DAWIT โ€“ Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 5f deeggaraa olaanaa ta'eera. ๐ŸŽ‰Qabeenya qabaachuun, beeka sintaasis...
07/02/2026

Waliin DAWIT โ€“ Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 5f deeggaraa olaanaa ta'eera. ๐ŸŽ‰
Qabeenya qabaachuun, beeka sintaasisu, qabeenya dhabuunis wallaalaa sin taasisu. Garuu biyya iyyeessi itti baayyatu keessatti beekaan wallaalaa taโ€™ee,..
๐Ÿ‘‰Abbaan qabeenyaa beekaa taโ€™a!.

Kanaaf yoo nama taate, abbaa qabeenyaa wallaalaan oofamurra, beeka iyyeessaaf ulfina isaaf malu kenniif.

Sababni isaa qabeenya namni sirraa fudhatee wallaalummaatti si ambisa.
Guruu beekumsa namuu sirraa fudhachuu hin dandaโ€™u.

Beekumsi lakkoofsa waraqaa ragaa miti. Beekumsi wallaalaa ofii gorfachuu, beekaa ofii jabeeffachaa, iyyummaa waloo irratti humna waloon duuluudhaan, biyya ulfinaa fi kabaja qabu keessa jiraachuu dha.

Namni Iyyummaa fi biyyarraa baqatee jiru, alaalaa taaโ€™ee,โ€œjennee turree fi jedhamaa jiraโ€ jechuun ala buโ€™aa hin qabu.

Yeroo rakkoos, yeroo gammachuus uummata ofii wajjin taโ€™anii qooddachuutu beekumsaa fi kabaja namatti hora.

'istee yaada jirtaa?๐Ÿฅฐ๐Ÿ’Œ
~~~~~~~~~~~~~~~~~
๐Ÿ’ข 'isanii yaaduun abukaattoo ilaalcha ofii qofa ta'uu keessaa baanee ilaalchota ilaalcha keenya faallessan gamaaggamnee ilaaluun dhugaa bira ga'uuf tattaafachuudha. Bal'isanii yaaduun, " ๐€๐ง๐š๐ญ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š" jechuu osoo hin taane " ๐Œ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก??๐š?" kan jedhu mirkaneessuuf imala godhamuudha.

๐Ÿ’ข madda ishee osoo hin taane eenyummaa ishee barbaachisa. Namni dhugaa sana dubbate fira kee yookaan diina kee, beekaa yookaan wallaalaa ta'u danda'a. Ati nama bal'istee yaaddu taanaan madda dhugaa sanaa osoo hin taane dhugaa sana irratti xiyyeeffatta. Akeekkachiisni ani mata duree kanarratti si yaadachiisuu fedhu, bal'isanii yaaduu jechuun wantoota wal-faallessanis dhugaadha jedhanii fudhachuu miti.

๐Ÿ’ข gama bahaa fi lixaan baatii irratti osoo namoonni wal falman si mudatanii, lameen isaaniitiin ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š jettee bira yoo tarte, ati ๐›๐š๐ฅ'๐ข๐ฌ๐ญ๐ž๐ž ๐ฒ๐š๐š๐๐๐š jedhamuu caalaa ati ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ฒ??๐š๐๐๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐›๐ž๐ž๐ค๐ญ๐ฎ ๐ฒ๐จ๐จ๐ค๐š๐š๐ง ๐ž๐ฃ

Waliin Rahmat Tarrafaa โ€“ Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 4f deeggaraa olaanaa ta'eera. ๐ŸŽ‰
11/01/2026

Waliin Rahmat Tarrafaa โ€“ Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 4f deeggaraa olaanaa ta'eera. ๐ŸŽ‰

simbirroo manneen baadiyyaatti mana namoota jelatti ilmoo hortu kanaan akka naannoo keessanitti Maal jedhamtee waamamtii...
26/12/2025

simbirroo manneen baadiyyaatti mana namoota jelatti ilmoo hortu kanaan akka naannoo keessanitti Maal jedhamtee waamamtii? @

Address

Shashemene

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251911123423

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Feenet Sagalee ummataa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Feenet Sagalee ummataa:

Shortcuts

Share