Buusaa Gonofaa Damee Magaalaa Shaashamannee

Buusaa  Gonofaa Damee Magaalaa Shaashamannee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Buusaa Gonofaa Damee Magaalaa Shaashamannee, Digital creator, Shashemene.

21/05/2025
ኢትዮጵያ በዘመናዊ ቴክኖሎጂ መስክ ከፍተኛ ደረጃ ላይ ደርሳለችበአፍሪካ ምድር በታሪክ ለመጀመርያ ጊዜ የድሮን ትርዕት በቀዳሚዋ ሃገር ኢትዮጵያ ታይቷል። ይህ ዓይነቱ ትልቅ የድሮን ትርኢት ኢት...
17/05/2025

ኢትዮጵያ በዘመናዊ ቴክኖሎጂ መስክ ከፍተኛ ደረጃ ላይ ደርሳለች

በአፍሪካ ምድር በታሪክ ለመጀመርያ ጊዜ የድሮን ትርዕት በቀዳሚዋ ሃገር ኢትዮጵያ ታይቷል። ይህ ዓይነቱ ትልቅ የድሮን ትርኢት ኢትዮጵያ በዘመናዊ ቴክኖሎጂ መስክ ከፍተኛ ደረጃ ላይ እየደረሰች መሆኑን የሚያሳይ ግልጽ ማሳያ ነው።

ይህ ስኬት ለሌሎች የአፍሪካ አገራትም አርዓያ የሚሆን ነው። በቀጣይም ይህ የቴክኖሎጂ እድገት በተለያዩ የኢኮኖሚና ማህበራዊ ዘርፎች አዎንታዊ ለውጥ እንደሚያመጣ ይጠበቃል።

ይህንን አስደናቂ ክስተት ያዘጋጁትን አካላት የኢትዮጵያ አርተፊሻል ኢንተለጀንስ ኢንሰቲትዩት እና የኢትዮጵያ መረጃና ደህንነት ተቋም እጅግ ሊደነቁ ይገባል። ከትላንት ጀምሮ ለሶስት ተከታታይ ቀናት የኢትዮጵያ ቴክ ኢክስፖን ሄዶ የጎበኘ ኢትዮጵያ በቴክኖሎጂ ዘርፍ እየሰራች ያለውጥ ጥልቅ ለውጥ ማረጋገጥ ይቻላል።

26/04/2025

Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumureera.

Koreen kun walga’ichaan dhimmoota Siyaasaa Itoophiyaa, diinagdee, hawaasummaafi dippiloomaasii Itophiyaarratti bal’inaan mari’achuu ibseera.

Itoophiyaa Bara 2018 gara abdii haaraatti ceesisuuf, bara 2023tti immoo mallattoo badhaadhina Afrikaa akka taatuuuf, 2040tti moodeela badhaadhinaa Idil Addunyaa akka taatuuf galma qabatee mirkaneessuuf mallattooleen milkaa’inaa mul’achuu korichi eeree mallattooleen milkaa’inaa kunneen mul’anni badhaadhinaa sirrii ta’uuf agarsiistuu ta’uu eereera.

Yaa’ii idiilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaan booda damee Siyaasaafi Dippiloomaasiin bu’aan galmaa’uu himeera. Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliinis sadarkaa hundaatti waltajjifi tumsi taasifamu seenaa siyaasaa Itoophiyaa gara boqonnaa haaraatti ceesisuu eereera.

Naannoo tokkoon alatti naannoolee hundatti waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu xumuramuu ibseera.

Kutaalee biyyaatti rakkoo nageenyaa qaban tokko tokkootti nageenyi bu’aa jiraachuus himeera.

Waamicha nageenyaa Mootummaan irra deddeebiin taasise hordofee lakkoofsi hidhattoota kara nagaan galanii yeroo gara yerootti dabalaa jiraachuus akeekeera. Dandeettii seera kabachiisuu guddachaa dhufuus eereera.

Waldhabdeen Somaaliyaa waliin ture karaa dippilomaasiin furmaata argateera. Ejjennoon Itoophiyaan karra galaanaa qabaachuu qabdi jedhu fudhatama addunyaa argachaa jira.

Hariiroon Itoophiyaan Dhaabbilee Faayinaasii Idil Addunyaa waliin qabdu fooyya’uurran darbe deeggarsi taasifamuuf guddachaa dhufunis ibsameera.

26/04/2025
23/10/2024
25/07/2024

 #ፊንፊኔ #ጎፋ የፊንፊኔ ከተማ አስተዳደር ከንቲባ ወ/ሮ አዳነች በጎፋ ዞን ባገጠመው የመሬት መንሽራተት ለተጎዱ ወገኖች ከ 45 ሚሊዮን ብር በላይ የሚገመት የብር እና የቁሳቁስ ድጋፍ በመጀ...
25/07/2024

#ፊንፊኔ
#ጎፋ
የፊንፊኔ ከተማ አስተዳደር ከንቲባ ወ/ሮ አዳነች በጎፋ ዞን ባገጠመው የመሬት መንሽራተት ለተጎዱ ወገኖች ከ 45 ሚሊዮን ብር በላይ የሚገመት የብር እና የቁሳቁስ ድጋፍ በመጀመሪያ ዙር አድርጓል ። ለተጎጂዎችም መጽናናትን ተመኝተዋል ።

06/07/2024
Imaammata Mootummaa duudhaalee ganamaa Ummata keenyaan masakuuf hoggansi jijjiiramaa keenya duudhaa rakkoo wal oolchuu U...
16/06/2023

Imaammata Mootummaa duudhaalee ganamaa Ummata keenyaan masakuuf hoggansi jijjiiramaa keenya duudhaa rakkoo wal oolchuu Ummanni Oromoo Sirna Gadaa keessatti raawwachaa ture - Buusaa Gonofaa - labsii Caffeetiin sirnoomsera!

Kaayyoo guddaan labsii Buusaa Gonofaas aadaafi duudhaa wal-gargaarsa ummataa caalmaatti cimsuufi dagaagsuu; iftoomina, hirmaachisummaa, haqummaafi gaafatamummaa akka qabaatu taasisuu; sirna gurmaa’insaafi hojimaata seeraa diriirsuu; balaa gahuu malu ittisuu, xiqqeessufi dandamachiisuu; akkasumas tumsaafi gargaarsi taasifamu gurmaa’insa hojichaan hoogganuufi qindeessun isaan ijoodha.

Labsiin eega ragga'ee as waggaa tokkoo keessatti miseensota mil. 11 ol kan horate yoo ta'u, miseensotaafi qaamolee deeggarsa garagaraa irraa maallaqa callaafi akaakuudhaan bil. tokkoo ol ta’u walitti qabuun danda'ameera. Haaluma wal-fakkaatun, ummata balaa uumamaafi nam-tolcheetiif saaxilaman hatattamaan qaqqabsuufi damdamachiisuu keessattis qooda guddaa kan taphate ta’us, galmi gama kanaan qabnu hedduu bal'aafi gargaarsa yerootii oli. Hojii dhaloota dorgomaa uumuuf taasifamuun, sirna dhiyeessii nyaata barataa diriirfameen, manneen barnootaa kuma 11 ol keessatti barattoota mil. 5 ol ta'aniif nyaata dhiyeessuu dandeenyee jirra.

Haaluma kanaan ummanni keenya marti duudhaa isaa ganamaatti deebi'uun gama tokkoon rakkataa furaa, gama birootiin ol-deemtota isaa mana barnootaa jiran cinaa dhaabbachaa dhaloota arjooma aadeffateefi beekumsaan qarame uumuu keessatti gahee isaa akka bahatu waamicha koon dhiyeessa.

Buusaa Gonofaa gargaarsaan olitti!

የለውጥ አመራራችን የመንግስት ፖሊሲዎችን ከህዝቡ ትውፊትና ባህል ጋር ለማስማማት በያዘው ሃሳብ፣ በገዳ ስርዓት ውስጥ ይተገበር የነበረውን የኦሮሞ ህዝብ የመረዳዳት ባህላዊ ስርዓት - ቡሳ ጎኖፋ በጨፌ አዋጅ ወደ ተግባር አምጥቷል፡፡

የአዋጁ አላማዎች በዋናነት የህዝባችንን የመረዳዳት ባህል እና እሴት ይበልጥ ማዳበርና ማበልጸግ ፤ የሚያደርገው እገዛ እና ድጋፍ ግልጸኝነት፣ አሣታፊነት፣ ፍትሃዊነት እና ተጠያቂነት እንዲኖረው ማድረግ፤ ህጋዊ አደረጃጀት እና አሰራር መዘርጋት፤ ሊደርስ የሚችል አደጋ መከላከል፣ መቀነስ፣ ተጎጂዎችን ማቋቋም፤ እንዲሁም ተግባራቱን የሚመራ እና የሚያስተባብር አደረጃጀት ማቋቋምን ታሳቢ ያደረጉ ናቸው፡፡
Kabajamoo Pr.Shimallis Abdiisaa

✍Rakkoo hawaasummaa Woloof Buusaa Gonofaa haa cimsannuu!!✍Duudhaa keenna ganamaatti deebi'uun wal haa utubnuu!
07/06/2023

✍Rakkoo hawaasummaa Woloof Buusaa Gonofaa haa cimsannuu!!
✍Duudhaa keenna ganamaatti deebi'uun wal haa utubnuu!

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Buusaa Gonofaa Damee Magaalaa Shaashamannee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share