Mootummaa Ida'amu Eegeree Biyyaa

Mootummaa Ida'amu Eegeree Biyyaa Dhaloota Ida'aamu,Egeree imala badhaadhina mirkaneessuuf
(1)

Raayyaan ittisa biyyaa keenya faayidaa biyyoolessaa kabachisiisuf raayyaa humna teknoloojii hammayyaatin ijaarameedha je...
04/07/2026

Raayyaan ittisa biyyaa keenya faayidaa biyyoolessaa kabachisiisuf raayyaa humna teknoloojii hammayyaatin ijaarameedha jedhan"Ajajaan humna qilleensa Itiyoophiyaa Lethenal Jeneraal Yilmaa Mardaasa.
የኢፌድሪ አየር ኃይል አዛዥ ሌተናል ጀነራል ይልማ መርዳሳ የገለጹት ይህ ሐሳብ፣ የሀገር መከላከያ ሠራዊት በተለይም ደግሞ አየር ኃይል በአሁኑ ወቅት ያለበትን የቁመና ደረጃና የደረሰበትን የቴክኖሎጂ ምዕራፍ በግልጽ የሚያሳይ ነው።

04/07/2026






Gootota Raayyaa Itisaa biyyaa Itoophiyaa waardiyyoota biyyaa

04/07/2026




゚
Gootota Raayyaa Itisaa biyyaa

✅Abbichuun jireenya uummata Itoophiyaa jijjiiruuf boqonnaa malee hojjechaa jira.Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmed Ali...
03/07/2026

✅Abbichuun jireenya uummata Itoophiyaa jijjiiruuf boqonnaa malee hojjechaa jira.

Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmed Ali gumaacha guddaa biyya Itoophiyaa dinagdee ishee guddisuuf taasiseera. Inni karoora misoomaa fi investimantii babal’isuun, haala hojii daldalaa fooyyeessuu fi carraa hojii uumuu irratti xiyyeeffachuun, guddina dinagdee biyyattii saffisiise. Akkaataa siyaasa nagaa fi tasgabbiin deeggaramuun, invastimantii alaa fi keessaa fiduu keessatti shoora olaanaa taphateera. Kana malees, dameewwan teekinoolojii fi industirii babal’isuun, horii fi qabeenya uumamaa akka bu’uura misoomaa ta’an gochuun dinagdee Itoophiyaa haala ammayyaawaan jabeesseera. Gumaacha isaa kanaan, biyya keenya gara misooma waaraa fi guddina hunda galeessaatti ceesisuuf bu’uura jabaa uumeera.

"Qulqullinni yoo jiraate, nyaanni yoo jiraaate fayyaan jira!"MM Dr. Abiyyi Ahimad Qulqullinni yoo jiraate fayyaan jira. ...
03/07/2026

"Qulqullinni yoo jiraate, nyaanni yoo jiraaate fayyaan jira!"
MM Dr. Abiyyi Ahimad

Qulqullinni yoo jiraate fayyaan jira. Nyaanni yoo jiraate fayyaan jira. duraa duubni sirrate yoo jiraate nagaan jira. Dhimmoonni kunneenif tilmaamni guddaan kennamuufii qaba. Jireenya lammiilee keenyaa ni jijjiiru. Haala jireenya isaanii ni fooyyessu, Itoophiyaa gara ol jedha yaadnuutti, gara fooyya'iinsa yaadnuutti fudhachuuf dandeettii qabu.

03/07/2026





Raayyaa Itisaa biyyaa Itoophiyaa goota

Abbichuun hojii misooma koriidarii baadiyyaa Eebbise!M/M Dr.Abiyyi Ahimad  Naannoo Kibba Itoophiyaatti hojii misooma kor...
02/07/2026

Abbichuun hojii misooma koriidarii baadiyyaa Eebbise!
M/M Dr.Abiyyi Ahimad Naannoo Kibba Itoophiyaatti hojii misooma koriidarii baadiyyaa keessaa tokko kan ta'e Ganda Moodeelaa lafa heektaara 79.4 irratti ijaarame eebbisan.

Biqiltuu dhaabuun dhalootaaf abdii dhaabuudha!Biqiltuun har'a dhaabnu qilleensa qulqulluu, lafa magariisaa fi jireenya g...
02/07/2026

Biqiltuu dhaabuun dhalootaaf abdii dhaabuudha!

Biqiltuun har'a dhaabnu qilleensa qulqulluu, lafa magariisaa fi jireenya gaarii dhaloota boruutiif dhaala taasisa. Hirmaannaa keenya keessatti biqiltuu tokko dhaabuun mootummaa uumamaa tiksuu qofa osoo hin taane, egeree ifa ta'e dhalootaaf ijaaruudha.
"Biqiltuu dhaabuu jechuun dhalootaaf abdii dhaabuudha!" 🌿💚

 ‼️Mootummaan Xaaliyaan jijjiirama rifoormii diinagdee mootummaan Itiyoophiyaa taasise tumsuuf kan oolu yuuroo miliyoona...
30/06/2026

‼️

Mootummaan Xaaliyaan jijjiirama rifoormii diinagdee mootummaan Itiyoophiyaa taasise tumsuuf kan oolu yuuroo miliyoona £80 deeggarsa gochuu isaanii ministeera mallaqaa FDRE waliin walgaltee mallatteessaniiru.

30/06/2026



゚

Kenna Tajaajila iddoo tokko (MESOB) Magaalaa Nageellee Arsii

Address

Shashemene

Telephone

+251913465114

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mootummaa Ida'amu Eegeree Biyyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mootummaa Ida'amu Eegeree Biyyaa:

Shortcuts

Share