Nabeekaa Anaakun

Nabeekaa Anaakun Live according to nature and free, with love, live in light of freedom. Love nature and creatures, Allow your soul to see light of natural realities!!!πŸŒ„.

20/05/2026

Sabboonummaan nama keessaa yoo badde aadaa ormaa namatti baachisti, kan ofii nama wollaalchisti beektaa, sabboonummaa hamma firii xaafiis yoo qabaatte maati godhattee qabda taanaan ijoollee tee hunda maqaa Oromoo itti moggaasi, yoo fuulduratti maati godhachuuf yaadda ta'e ijoollee tee hunda maqaa Oromoo itti moggaasuuf karoorsi
Akkas of ta'uun!! πŸ˜€

Kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™ follow gochuu hin dagatinaa πŸ™
20/05/2026

Kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™
follow gochuu hin dagatinaa πŸ™

kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™ follow gochuu hin dagatinaa πŸ™
20/05/2026

kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™
follow gochuu hin dagatinaa πŸ™

Ajab Kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™ follow gochuu hin dagatinaa πŸ™
20/05/2026

Ajab Kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™
follow gochuu hin dagatinaa πŸ™

19/05/2026

To all Arsenal fans Congratulations πŸ‘
This is results of huge efforts of the team!!!!

19/05/2026

Know this:
You will never live again on this world so, live free, enjoy your life, don't be abused by anyone, create the world you live in by your self, concentrate on present,don't worry about future, don't regret about past, now reality of nature and universe that is happiness of your soul ........

Only genius can answer this? Kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™ follow gochuu hin dagatinaa πŸ™
19/05/2026

Only genius can answer this?
Kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™
follow gochuu hin dagatinaa πŸ™

19/05/2026

kolfisiisoo Ministeerri Muummee itiyoophiyaa duraanii dubbatan muraasa ittiin bohaaraa jechumaafi🀣

1.πŸ‘¨β€πŸ’Ό :_ πŸŽ™" Dirree kubbaa miilaa (stadium) finfinnee maaliif bifa haarayaan hin Haaromsine?"

πŸ‘©β€πŸ¦² : _ " injifatamuuf kunuu gahaadha."
፧
2.πŸ‘¨β€πŸ’Ό : _ πŸŽ™"Atileetiin Beekkamaan itiyoophiyaa tokko Lammiisaa biyya biraatti jijjiirachuuf jedha. Isin maal jettu mee?"

πŸ‘©β€πŸ¦² :_ "Lammummaa mitii maaliif Saala hin jijjiiranne!"
፧
3.πŸ‘¨β€πŸ’Ό : _ πŸŽ™" Haylee Gabra sillaasee Itiyoophiyaa bulchuu barbaada jedha. Isin maal jettu?"

πŸ‘©β€πŸ¦² :_ "Luukti Mataa hin ta'u kaa."
፧
πŸ‘¨β€πŸ’Ό4. :_ πŸŽ™" Itiyoophiyaa keessatti Kadhattuun kan baayyatteef Maaliifi?"

πŸ‘©β€πŸ¦² :_ "Namni kennu waan baayyateefi.πŸ™„
πŸ˜πŸ˜‹

πŸ‘¨β€πŸ’Ό5. :osoo aangoo gad dhiistanii maal gochuu hawwitu?
πŸ‘©β€πŸ¦² :hawwiin koo guddaan akkuma uummata Itoophiyaatti waan tahuus hin taanes gaafii gaafachuu,waanin barbaade haasa'uudha.aangoo irra yeroo jiran waan baay'ee hin haasa'an.

πŸ‘¨β€πŸ’Ό6. : Tiraafikoonni maaliif akkasitti furdatu?

πŸ‘©β€πŸ¦² :kana Konkolaachistoota gaafadhaa!

waan dubbiserraa siniif qoode

kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™ herreega salphaadha, garuu!!! dandeettii yaaduufi xiinxalluu keenya nuuf gabbisa. foll...
19/05/2026

kana yaalaa mee Ummata Jaalalaa πŸ™
herreega salphaadha, garuu!!! dandeettii yaaduufi xiinxalluu keenya nuuf gabbisa.
follow gochuu hin dagatinaa πŸ™

19/05/2026

Ummata Jaalalaa page kana follow naaf godhaa mee maaloo πŸ™
Nu woliin dhaadannaa wol malee maal qabnaa(2x)
jedhama mitiiree πŸ˜€

Kana yaalaa Mee Ummata jaalalaa πŸ™Follow gochuu hin dagatinaa πŸ™
18/05/2026

Kana yaalaa Mee Ummata jaalalaa πŸ™
Follow gochuu hin dagatinaa πŸ™

Address

Ahmedberiso05@gmail. Com
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nabeekaa Anaakun posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share